Namni kamiyyuu jireenyakeef
akka siif murteessu hin eegiin.
Jireenya sirriin ati jiraachuu dandeessu isa ofiikeef murteessitedha. Sirrii fi badaan isaa immoo harka kee keessa jira. Namaan hirkoo hin godhatiin. Namni akka shambaqqooti. Guyyaa tokko laafee si jalatti cabee si kuffisa. Namni jabaadhu, ishoo siin jechuuf si jajjabeessuu danda'a malee bakka kee bu'ee siif jabaachuu hin danda'u. Bakka kee bu'ee miira keessakee siif ta'uu hin danda'u. Dhukkubbiin kanuma keedha. Namni siif boo'uu danda'a malee bakka kee bu'ee siif hin du'u. Jireenyikee akka konkolaataati. Konkolaataa namni lama hin oofu. Jireenyikees akkasi.
Namni lama siif hin jiraatu. Sumaaf suma qofa. Namni hanga bool'aatti si waliin deema malee si waliin bool'a hin lixu. Maarree nama isa kamiif furtuu jireenyaa laattee ofii balbala taatee jiraattaree? Abbalusheekoo waan jettu dhiisi. Nama hundaa gammachiisuu hin dandeessu. Namni gammachuu waan hin quufneef. Dursa ofiikeef of gammachiisi. Jireenya barbaadduuf dursa kenni.Via kaba @WABIISG
🎴Transcend Academy PLC🎴
▪️Job Position 1 - Accountant
▪️Job Position 2 - Office Enginee
▪️Job Position 3 - Contract Admnistration
▪️Job Position 4 - Data Collector
▪️Job Position 5 - Surveyor
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/transcend-academy-plc-dec-24-24/
▪️Deadline: January 10,2025
@segnigudeta @WABIISG
🎴Esdros Construction Trading Industries S.C🎴
▪️Job Position 1 - Assistant Teachers
▪️Job Position 2 - Performing and visual art Teacher
▪️Job Position 3 - Science Laboratory Technician Job Position 4 - CTE Teacher
▪️Job Position 5 - Pedagogic Center Officer
▪️Job Position 6 - Spoken Teacher
▪️Job Position 7 - Afan Oromo Teacher
▪️Job Position 8 - Geez Teacher
▪️Job Position 9 - Teachers
▪️Job Position 10 - Senior Human Resource Officer
▪️Job Position 11 - Senior Business Development Expert
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/esdros-construction-trading-industries-s-c-dec-24-24/
▪️Deadline: December 29, 2024
🎴Ethiopian Airlines Group🎴
▪️Job Position 1 - Junior Security Officer
▪️Job Position 2 - GSE/GTV Electrician II
▪️Job Position 3 - GSE/GTV Mechanic II
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-group-dec-24-24/
▪️Deadline: December 31,24
Carraa Gaariidha, itti fayyadamaa💟
BLTO Damee Adaamaa
Baayyina:37
Muuxannoo:0 year
Galmeen:14-25/4/2017
Bakki Galmee: Waajjira Carraa Hojii Uumuu Godinaalee fii Bulchiinsa magaaloota.akkaata kilaastera qodamaniin
Hubachiisa:
👉Bara 2015 dura Barnoota Digirii jalqabaa tumuranii, COC (OS) haaraa gulantaa IV/V Fudhatee kan gahoome Galmaa'uu ni danda'a Jechuudha.
👉Bara 2015 ji'a Caamsaa booda barattoonni Digirii jalqabaatiin xumuruun Exit Exam Warra darban ta'e, erga Hojii seeneen/te booda Qormaata COC holistic fudhachuuf Fedhii kan qabu Galmaa'uu ni dandeessu jedha.
@segnigudeta @WABIISG
Fuula Barruu/Feesbuukii koo
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
Carraa hojii babal’isuudhaan guddina diinagdee itti fufiinsa qabu dhugoomsuuf sochii taasifamaa jiru keessatti babal’inaa fi bu’a qabeessummaa induustiriiwwaniitiif xiyyeeffannaan guddaan kennamee hojjatamaa jira.
@segnigudeta @WABIISG
🎴MERSA Media Institute🎴
▪️Job Position 1 - Project Associate
▪️Job Position 2 - Project Lead
▪️Job Position 3 - M&E Project Associate
▪️Job Position 4 - Projects Coordinator
▪️Job Position 5 - Project Manager
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/mersa-media-institute-dec-24-24/
▪️Deadline: December 26, 2024
▪️For Fresh Graduates🎴Dugda Agro Industries PLC🎴
▪️Job Position - Junior Accountant
Education : BA degree in Accounting and Finance
Work Experience zero year experience.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/dugda-agro-industries-plc-dec-24-24/
▪️Deadline: January 2, 2025
@segnigudeta @WABIISG
🎴Kerchanshe Trading Company🎴
▪️Job Position 1 - Senior Sales Executive (Re -advertisement)
▪️Job Position 2 - Junior Documentation &Transit officer
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/kerchanshe-trading-company-dec-24-24/
▪️Deadline: December 31,24
@segnigudeta @WABIISG
🎴Global Insurance S.C🎴
▪️Job Position 1 - Auditor III
▪️Job Position 2 - Purchasing and Property Management Section Head
▪️Job Position 3 - Legal Service Manager
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/global-insurance-s-c-dec-24-24/
▪️Deadline: December 28,24
@segnigudeta @WABIISG
🎴Success Microfinance Institution S.C🎴
▪️Job Position 1 - Branch Casher I
▪️Job Position 2 - Branch Accountant I
▪️Job Position 3 - Customer Service Officer I
▪️Job Position 4 - Branch Manager I
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/success-microfinance-institution-s-c-dec-24-24/
▪️Deadline: December 30,24
@segnigudeta @WABIISG
▪️For Fresh & Exp🎴AMG Steel Factory🎴
▪️Job Position 1 - Accountant
▪️Job Position 2 - Human Resource Department Manager
▪️Job Position 3 - System Administrator
▪️Job Position 4 - ICT Officer
▪️Job Position 5 - Senior Business Application Specialist
▪️Job Position 6 - Junior Machine Operator
▪️Job Position 7 - Junior Welder
▪️Job Position 8 - Junior Accountant
▪️Job Position 9 - Senior Accountant
▪️Job Position 10 - ERP Consultant
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/amg-steel-factory-dec-24-24/
▪️Deadline: January 2, 2025
@segnigudeta @WABIISG
Waamicha Barattootaa
(Remedial Program)
#Yuunivarsiitii Wolloo
Yuunivarsiitichi bara 2017 barattoota sagantaa sirreeffamaaf ramadamaniif bara 2017 Amajjii 3 fi 4, 2017 akka ta’e yunivarsiitichi beeksise.
Bakki galmee:
- Barattoota Saayinsii Uumamaa, Mooraa, Dessie
- Barattoota Saayinsii Hawaasaa, Mooraa Kombolcha
@segnigudeta @WABIISG
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit barattoota mana barumsaa fedhii addaa Haacaaluu Hundeeessaatiif deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde, 2017
Tajaajiloota qusannoo, liqiifi gorsa diinagdee adda addaa hawaasaaf kennaa kan jiru, Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit, B/B/M/Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti barattoota qaama miidhamtoota M/B Fedhii addaa Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Sadarkaa 1ffaatiif deeggarsa taasise.
Dargaggootaafi namoota hojii uummachuuf maallaqa ka’umsaa dhaban dabalatee, namoota baay’eef liqiiwwaan garaa garaa kennuun fooyya’iinsa haala jireenya isaanitiif sababa guddaa kan ta’ee, waldaan hawaasa tajaajilaa jiru kun, barattoota qaama hir’uu mana barumsaa fedhii addaa Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa, naannoo waajjira muummee waldichaatti argamuuf deeggarsa taasise.
Ittigaafatamaa kutaa herreegaa waldichaa kan ta’an Obbo Abbabaa Gaaddisaa Waldaan Hojii Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit waldaa hojii gamtaa bu’aa qofaaf osoo hin taane tajaajila garaa garaa hawaasaaf kennuuf hundeeffame waan ta’eef, hojiin deeggarsa hawaasaaf tolchaa jirru cimee kan ittifufuudha jedhan.
Obbo Abbabaan waldaan hojii Gamtaa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa afooshaa walgargaarsa dargaggootaa irraa gara waldaa qusannaafi liqiitti guddate ta’uu kaasuun, akkatuma seera waldaa hojii gamtaatiin tajaajila hawaasaaf kennaa jiraachuu keenyaan, waldaawwan hojii gamtaa Kutaa Bulchiiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallitti jiran keessaa adda duree ta'uun badhaasa waancaa argachuu dandeenyeerra jedhu.
Gargaarsi taasifamu kun, akka dhaabbataatti qofa osoo hin taane, hojjettoonni dhaabbatichaas gahee isaanii bahaachaa akka jiran kaasu.
Dura taa’aa mana barumsichaa kan ta’an barsiisaa Hayiluu Lammeessaa Gama isaanitiin, Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa deeggarsa garaa garaa nuuf taasisaa jiruudha jedhu.
Barsiisaa Hayiluun, hojjettoonni waldichaallee, qaamaan argamuun jajjabeessuu dabalatee, mindaa ji’aa isaaniirraa fedhii isaanitiin deeggarsa taasisaa jiraachuu isaanii dhugaa bahu.
I/G/Kutaa Faayinaansi waldichaa kan ta’an Obbo abbabaan duudhaalee waldaa hojii gamtaa keessaa kan deeggarsa kanaaf achitti isaan argamsiise tajaajila hawaasaa ta’uu dubbatu.
Dabalataan, Obbo abbabaan qaamni kamuu gara waldaa kanaatti dabalamuun waliin hawaasa haa tajaajilu jechuun dhaama isaanii dabarfatan.
Barsiisaa Hayiluun gama isaanitiin, deeggarsa isaanitiif waldicha galateeffachaa, qaamoleen biroollee akka qaqqabanii isaan deeggaran dhaammatanii jiru.
https://youtu.be/GfqFNAv6ZEs?si=Xc2PslxGvtQYCiQM
Waajjira Fayyaa Godina Arsii Lixaa
Baayyina:50
Muuxannoo:0 fii isaa ol
Galmeen:7-21/4/2017
Bakki Galmee: Waajjira Fayyaa Godina Arsii Lixaa,kutaa HR tti galmaa'uu dandeessu.
@segnigudeta @WABIISG
🎴Akseker Ethiopia Casing PLC🎴
▪️Job Position 1 - Boiler Operator
▪️Job Position 2 - Quality and documentation supervisor
▪️Job Position 3 - HR Assistant Mgr. Supervisor
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/akseker-ethiopia-casing-plc-dec-24-24/
▪️Deadline: January 2,2024
@segnigudeta @WABIISG
Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!
Chaanaalii Telegiramii @segnigudeta
Keessan na argachuuf @WABIISG
Fuula Barruu/Feesbuukii koo
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
🎴Ethiopian Human Rights Commission (EHRC)🎴
▪️Job Position - Associate Human Rights Officer
Education: LLB/LLM in Human Rights Law, International Law.
Zero years of experience for LLM holders,
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/ethiopian-human-rights-commission-ehrc-dec-24-24/
▪️Deadline: December 30, 2024
2 Carraa Gaariidha, itti fayyadamaa💟
BLTO Damee Shaashamannee
Baayyina:48
Muuxannoo:0 year
Galmeen:14-25/4/2017
Bakki Galmee: Waajjira Carraa Hojii Uumuu Godinaalee fii Bulchiinsa magaaloota.akkaata kilaastera qodamaniin
Hubachiisa:
👉Bara 2015 dura Barnoota Digirii jalqabaa tumuranii, COC (OS) haaraa gulantaa IV/V Fudhatee kan gahoome Galmaa'uu ni danda'a Jechuudha.
👉Bara 2015 ji'a Caamsaa booda barattoonni Digirii jalqabaatiin xumuruun Exit Exam Warra darban ta'e, erga Hojii seeneen/te booda Qormaata COC holistic fudhachuuf Fedhii kan qabu Galmaa'uu ni dandeessu jedha.
@segnigudeta @WABIISG
Fuula Barruu/Feesbuukii koo
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
Jireenyi akka nama #biskileettii oofuuti_yoo fiigde malee dhaabattee madaala kee eeggachuu hin dandeessu. Fuulduratti 🏃🏃
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.
Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf of qopheessi.
Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
@segnigudeta @WABIISG
Fuula Barruu/Feesbuukii koo
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
🎴Cooperative Bank Of Oromia🎴
▪️Job Position 1 - Manager Procurement
▪️Job Position 2 - Manager Operation Management I
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/cooperative-bank-of-oromia-dec-24-24/
▪️Deadline: December 28,24
@segnigudeta @WABIISG
Never depend on a single income
make an investment to create a
second source.” Warren Buffett
Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources
"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.
"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso
Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.
1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu
@segnigudeta @WABIISG
🎴East African Holding (EAH)🎴
▪️Job Position 1 - Receptionist
▪️Job Position 2 - Market Research and Strategy Analyst
▪️Job Position 3 - Section Finance Head
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/east-african-holding-eah-dec-24-24/
▪️Deadline: January 14, 2025
@segnigudeta @WABIISG
🎴Ahadu Bank S.C🎴
▪️Job Position 1 - (Top Urgent) Branch Manager I for Addis Ababa
▪️Job Position 2 - (Top Urgent) Branch Manager I for Dukem
▪️Job Position 3 - (Top Urgent) Branch Manager I for Bishoftu
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/ahadu-bank-s-c-dec-24-24/
▪️Deadline: December 30,24
@segnigudeta @WABIISG
🎴Julphar Pharmaceuticals PLC🎴
▪️Job Position - Store Keeper
Education : BA Degree or Diploma in Management, Accounting, Business Administration, Supply Chain & Logistics Management & other related business field.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/julphar-pharmaceuticals-plc-dec-24-24/
▪️Deadline: December 31,24
@segnigudeta @WABIISG
🎴Frontieri Consult PLC🎴
▪️Job Position - Software Development and Data Science Intern
Education : Bachelor’s degree in Computer Science, Software Engineering, Data Engineering, Data Science, or related fields.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/frontieri-consult-plc-dec-24-24/
▪️Deadline: January 1, 2025
@segnigudeta @WABIISG
#Waajjira_Fayyaa_Godina_Arsii_Lixaa
Baayyina:50
Muuxannoo:0 fii isaa ol
Galmeen:7-21/4/2017
Bakki Galmee: Waajjira Fayyaa Godina Arsii Lixaa,kutaa HR tti galmaa'uu dandeessu.
@segnigudeta @WABIISG
Oromia Insurance
Galmeen hanga:17/4/2017
@segnigudeta @WABIISG