segnigudeta | Unsorted

Telegram-канал segnigudeta - Sanyii Guddataa

218387

Subscribe to a channel

Sanyii Guddataa

#Ariitiinwaliif qoodaa
📢 Maqaa Kolleejota Cufamanii (Afaan Oromootii)
Akka odeeffannoo Abbaa Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Itoophiyaa irraa argameetti, kolleejotni armaan gadii hojii dhaabaniiru:
1.Kolleejjii Abisiinyaa Bizinasii fi Ekonomiksii
2.Kolleejjii Afran Qalloo
3.Kolleejjii Agaw Midir 4.Bizinasii fi Teknooloojii
5.Kolleejjii Addis Faanaa
6.Kolleejjii BA
7.Kolleejjii Ubuntu Bizinasii fi Teknooloojii
8.Kolleejjii Feexaam
Dhaabbata Qorannoo fi Misooma Giriin
9Kolleejjii Senteerii (Century)
10.Kolleejjii Kocha Kidmaas Bizinasii fi Teknooloojii
11.Kolleejjii Candle Light Barnoota Fageenyaa
12.Kolleejjii Qey Bahir
13.Kolleejjii Maraakii Teknooloojii fi Bizinasii
14.Kolleejjii New Diplomat
15.Kolleejjii PBT Africa
16.Kolleejjii Quality Scholar
17.Kolleejjii Radical International
18.Kolleejjii Wuqiyaanos
19.Kolleejjii Injinarinyaa YeNetaa
20.Kolleejjii Visionaries Digirii Ol’aanaa
21.Kolleejjii Batu Global
22.Kolleejjii Bahire Tibeb Fayyaa fi Bizinasii
23.Kolleejjii Micro Bizinasii
24.Kolleejjii Maayaa
25.Kolleejjii Triple
26.Kolleejjii Betalogo
27.Kolleejjii Beka
28.Kolleejjii Qeeste Demenaa
29.Kolleejjii Bright Vision
30.Kolleejjii ART Medical
31.Kolleejjii Ilyaas
32.Kolleejjii Cypro
33.Kolleejjii Dynamic
34.Kolleejjii Grand Mark
35.Kolleejjii Durman
36.Kolleejjii Hibrat Teknooloojii
37.Kolleejjii Ibex Hotel fi Tourism
38.Kolleejjii IQ
39.Kolleejjii Geray
40.Kolleejjii Galaxy Bizinasii fi Industrial
41.Kolleejjii Vision Land
42.Kolleejjii Mera Hemeneged
43.Kolleejjii United Oromiyaa
44.Kolleejjii International Leadership
45.Kolleejjii Simless Barnoota Fageenyaa
46.Kolleejjii Zakbon
47.Kolleejjii MSLG
48.Kolleejjii Srisai
Kolleejjii Fam
49.Kolleejjii Smart Bizinasii fi Teknooloojii
50.Kolleejjii Leadstar Bizinasii fi Leadership
51.Kolleejjii Dalol Teknooloojii fi Bizinasii
📌 Yaadachiisa:
Kolleejotni kunneen hayyama isaanii dhabaniiru; kanaaf, ragaan isaanii seera qabeessa miti. Via Gemtessa


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Inter Ethiopia Solutions PLC🎴

▪️Job Position 1 -Marketing & Sales Officer 
Education: Diploma or Bachelor’s degree in Marketing, Business Administration, Management, or related field

▪️Job Position 2 -Lithium-Ion Battery Expert
Education: Degree in:Electrical Engineering/Electronics Engineering/Energy Systems or related field 
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    
 
https://kebenajobs.com/job/inter-ethiopia-solutions-plc-april-2-26/

▪️Deadline : April 15/26

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Allin global printing press PLC🎴

▪️Job Position 1 - Senior Accountant
▪️Job Position 2 - Import and Export Officer
▪️Job Position 3 - Senior HR & General Service Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/allin-global-printing-press-plc-april-2-26/

▪️Deadline : April 16/26

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Beeksisa📝
ማስታወቂያ🔔

Qorumsi kutaa 12ffaa bara 2018 gosa barnootaa qormaataaf qophaahaniifi kutaa meeqaa hanga meeqaatti akka haammatu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa ifoomse 🙏

Saayinsii Hawwaasaaf
👉 English
👉 Maths
👉 Scholastic Aptitude
👉 Geography
👉 History fi
👉 Economics yoo ta'an

Saayinsii Uumamaan
👉 English
👉 Maths
👉 Scholastic Aptitude
👉 Physics
👉 Chemistry fi
👉 Biology dha

Qabiyyeen isaa kutaa 9ffaa irraa kaasee hanga kutaa 12ffaa kan dabalatu ta'a jedhameera 🙏

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Vacancy Announcement

Your next career opportunity is at Oromia Bank.

We are inviting applications from competent candidates for Messengers at branches under West Finfinne District.

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Kerchanshe Equipment🎴

▪️Job Position - Senior HR Officer
Education:Undergraduate degree in HR or related field.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/kerchanshe-equipment-april-2-26/

▪️Deadline: April 11/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️Req No: 35++🎴National Election Board of Ethiopia (NEBE)🎴

▪️Job Position 1 -IT Technician
▪️Job Position 2 -Document Organizer
▪️Job Position 3 - Data Encoder
▪️Job Position 4 - Political Party Affairs and Election Operation Expert
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/national-election-board-of-ethiopia-nebe-april-1-26/

▪️Deadline: April 11/2026


Toora miidiyaa koo
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok |
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh & Exp🎴Ethiopost🎴

▪️Job Position-1  Junior Office of Exchange Officer
▪️Job Position-2  AMU Supervisor
▪️Job Position-3  Motorist
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/ethiopost-24/

▪️Deadline : April 6th, 2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️NGO Jobs🎴GOAL Ethiopia🎴

▪️Job Position- Driver
Education:Certificate in driver/Mechanic
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/goal-ethiopia-4/

▪️Deadline : April 11th, 2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

#Inbox #Iyyaafannoo
Maaqa isaa Tolerra sobbooqaa Ragga'aa jedhama Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti annaa comman guduru gandaa waljallane bilfi jarsoo ittii dhalate bara 2015 erga mana bahe essa akka jiru hin beekamu warrii argitani hadara kessa naaf himaa 0993923993-0913014714

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Habesha Breweries SC🎴

▪️Job Position 1 - Area Sales Manager(Wolkite)
▪️Job Position 1 - Area Sales Manager(Nekemt)
▪️Job Position 2 - Area Sales Manager - Draught
▪️Job Position 4 - Graduate Trainee Program(fresh graduate)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/habesha-breweries-sc-april-2-25/

▪️Deadline: April 06/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Ethiopian Skylight Hotel🎴

▪️Job Position 1 -IT Executive / Chebera Elephant Paw
▪️Job Position 2 -IT Executive / Halala Kella Lodge
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/ethiopian-skylight-hotel-april-02-26/

▪️Deadline: April 06/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Vacancy Announcement

Oromia Bank invites qualified and competent applicants to apply on the vacant position.

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Namootni Beeksifni kun isin ilaallatu Ejensii Geejjiba Oromiyaatti qaamaan argamuun galmaa'uu dandeessu via EGO

Hiriyoota keessaniif share godhaa!

Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeshinii Itoophiyaa eebbifamtoota haaraa 2016-2018 jiranii fi kanneen ulaagaa guutan baay'ina 177 ta'anii muuxannoo hojii waggaa 0 dhaan dorgomsiisee hojiitti bobbaasuu barbaada.

Odeeffannoo dabalataaf
👇🏾👇🏾👇🏾
Facebook

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴La Trobe University Scholarship🎴

University: La Trobe University Degree level: Undergraduate, Postgraduate, and Research programs (includes Study Abroad and non-degree programs) Scholarship coverage: Varies by award
Eligible nationality: International students
Award country: Australia
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/la-trobe-university-scholarship-march-29-26/

▪️Deadline: Open Now

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh Graduates🎴Yegna microfinance SC🎴

▪️Job Position  - Trainee Officer

Education: BA Degree in Civil Engineering, Mechanical Engineering, Agri Business, Agro
Economics or related fields
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/yegna-microfinance-sc-april-2-26/

▪️Deadline : April 15/26

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Ministerichi gatii boba’aa qinxaaboo irratti fooyyessii taasise

Ministeerichi waraana Giddugaleessa Bahaatti mudate hordofee gatiin boba’aa addunyaa sadarkaa olaanaan waan dabaleef gatii boba’aa irratti fooyyessiin taasifamuu ibsa baaseen hubachiiseera.

Ulaan Hoormuuz cufamuu isaan boba’aa biyyoonni akka Sa’ud Arabiyaa, Kuweet, Eemireetonni Araba Gamtoomaniifi Iraaq guyyaatti dhiyeessan barmeelli miiliyoona 100 fi miiliyoona 40 addaan cituu ibseera.

Sababa Kanaan dooniiwwan Itiyoophiyaa sadii boba’aa naafxaa adii meetirik tooniin kumni 100 fi kumni 20 fi boba’aa xiyyaaraa meetirik toonii kuma 60 fe’an biyyoota galoo galaanaa dhaabbatanii akka jiran eereera.

gatii haaraan gurgurtaa qinxaaboo beenzilaa Birrii 142.21, Keeroosiiniin Birrii 151.39, naafxaa adiin Birrii 163.09, naafxaa adii salphaan Birrii 163.98, naafxaa cimaa gurraachi Birrii 160.68, akkasumas boba’aan xiyyaaraa Birrii 150.48 ta’uu hubachiiseera.

Fayyadamtoota kallattiif gatiin gurgurtaa naafxaa adii ammoo Birrii 210 ta’uu ifoomeera. FBC

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴NEXT Trading PLC🎴

▪️Job Position - Sales and Marketing Personnel

Education: Bachelors degree in marketing, business
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/next-trading-april-02-26/

▪️Deadline: April 15/26

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Abebe Mulugeta Kassa (Genet Trading)🎴

▪️Job Position 1 -Senior Import Officer
▪️Job Position 2-Senior Human Resources (HR) Manager
▪️Job Position 3 - Division Head /Senior Accountant
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/abebe-mulugeta-kassa-genet-trading-april-2-26/

▪️Deadline: April 15/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh & Exp🎴Tadesse Desta Business Group (TDBG)🎴

▪️Job Pisotion 1- Export Sales Junior Officer
▪️Job Position 2- Receptionist
▪️Job Position 3- Accountant
▪️Job Position 4 - Import Items Sales Senior OfficerJob Position 5- Tendering sales & Follow up S/Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/tadesse-desta-business-group-tdbg-april-02-26/

▪️Deadline: April 10/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Ethiopian Red Cross Society (ERCS)🎴

▪️Job Position 1 - Senior Accountant /ICRC/
▪️Job Position 2 - Manager (Lead Hydrologist)

Education:Second/First Degree in Hydrogeology, Geology, Earth Sciences, or a related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/ethiopian-red-cross-society-ercs-april-02-26/

▪️Deadline: April 8 & 9/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Maal irraa barannaa..?

Sirriti ilaala erga gudda qaba

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Getu Commericial Center🎴

▪️Job Position-1  Security Guard
▪️Job Position-2  Cleaner
▪️Job Position-3  Parking Coordinator
▪️Job Position-4  Technician
▪️Job Position-5  Cashier
▪️Job Position-6  Executive Secretary
▪️Job Position-7  Secretary
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/getu-commericial-center/

▪️Deadline : April 15th, 2026



Toora miidiyaa koo
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok |
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Ethiopian Human Rights Commission🎴

▪️Job Position-Program Assistant
Education :MA/BA Degree in Public Administration, Management, International Relations, or related fields.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/ethiopian-human-rights-commission-10/

▪️Deadline : April 10th, 2026


Toora miidiyaa koo
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok |
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Habesha Breweries SC🎴

▪️Job Position 1 - Area Sales Manager(Wolkite)
▪️Job Position 1 - Area Sales Manager(Nekemt)
▪️Job Position 2 - Area Sales Manager - Draught
▪️Job Position 4 - Graduate Trainee Program(fresh graduate)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/habesha-breweries-sc-april-2-25/

▪️Deadline: April 06/2026


Toora miidiyaa koo
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok |
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

VACANCY ANNOUNCEMENT | ETHIO TEBIB HOSPITAL
Ethio Tebib Hospital is pleased to announce new career opportunities as part of our continuously expanding services and commitment to delivering high-quality, patient-centered care.

As we continue to grow and enhance our service capacity, we are strengthening our team across multiple departments, including radiology, primary care, nursing, midwifery, and biomedical engineering.

We invite skilled and dedicated professionals to join us and be part of a dynamic and forward-growing healthcare institution.

Interested applicants should send their CV and supporting documents to info_hr@ethiotebibhospital.com.
• Apply within 10 working days of this announcement.
• Clearly state the position title in the email subject line (e.g., "Radiologist Application").

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Sodaa Mo’achuun fi Of Beekuun Daandii Dhugaa Milkaa’inaati

1. Sodaan maal akka ta’e hubachuu
Sodaan jechuun yaada keessa namaa keessatti uumamu, wantoota hin beekamne ykn sodaatamoo fakkaatan irraa madduudha. Inni uumamaan nama keessatti argama, garuu yeroo baay’ee dhugaa osoo hin taane yaada qofaan guddata. Yoo sodaa sirriitti hubanne, akka inni nu hin to’anne gochuu dandeenya.

2. Akkamitti sodaan si duubatti deebisu
Sodaan nama tarkaanfii fudhachuu irraa dhaaba. Namni sodaan to’atame carraa haaraa yaalu hin danda’u, waan inni dadhabu fakkaatu sodaata. Kanaaf sodaan guddina dhuunfaa fi milkaa’ina irratti danqaa guddaa ta’a.

3. Faayidaa sodaa mo’achuu
Yoo sodaa kee mo’atte, ofitti amanamummaa argatta. Akkasumas wantoota haaraa yaaluuf humna argatta. Sodaa mo’achuun si guddisuu qofa osoo hin taane jireenya kee keessatti carraawwan hedduu siif bana.

4. Of beekuun maal jechuu akka ta’e
Of beekuun jechuun humna kee, dadhabina kee, fedhii kee fi kaayyoo kee sirriitti hubachuudha. Namni of beeku murtii sirrii fudhata, akkasumas jireenya isaa irratti to’annoo qabaata.

5. Akkamitti of beekuun jireenya kee jijjiiru
Yoo of beekte, waan siif mijatu filatta. Akkasumas namoota biroo waliin wal hubannoo gaarii qabaatta. Of beekuun siif kallattii ifaa kenna, jireenya kee keessatti burjaajii hir’isa.

6. Walitti dhufeenya sodaa fi of beekuu
Sodaa mo’achuuf of beekuun barbaachisaa dha. Yoo of hin beekne, sodaa kee maal akka ta’e hin hubattu. Garuu yoo of beekte, sodaa kee adda baaftee irratti hojjechuu dandeessa.

7. Tarkaanfii fudhachuu fi milkaa’ina argachuu
Milkaa’inni yaada qofaan hin dhufu; tarkaanfii gaafata. Sodaa mo’achuun fi of beekuun si qopheessa, garuu tarkaanfii fudhachuun hojii dhugaa dha. Yoo jalqabde, suuta suuta gara milkaa’inaatti deemta.

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh & Exp🎴Hibret Insurance SC🎴

▪️Job Position 1- Cashier
▪️Job Position 2 - Junior Accountant
▪️Job Position 3 - Junior Underwriting /Junior Claims Officer
▪️Job Position 4 - Programmer I
▪️Job Position 4 - Senior Programmer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧    

https://kebenajobs.com/job/hibret-insurance-sc-march-21-25/

▪️Deadline : April 03/2026

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

📢 JOB VACANCY – Family General Trading PLC
Family General Trading PLC is looking to hire a qualified and energetic TikTok Live Host / Presenter.
📍 Location: Addis Ababa, Megenagna
📌 Requirements:
• Proven experience in TikTok Live hosting
• Ability to speak Afaan Oromo and Amharic fluently
  •  Comfortable on camera
  •  Active on social media
  •  Good communication skills
  •  Consistent and self-driven
  •  Interested in sales and earning
• only a woman can compete

📌 Responsibilities:
Promote products or services through TikTok Live sessions
Engage actively with viewers and respond to comments
Support marketing and sales activities
Represent the company professionally during live sessions
📩 How to Apply: Not Send your CV
What to send:
A 30-40 second vidio introducing themselves
via Telegram to:
📞 0980802000

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Sheger Microfinance S.C.🎴

▪️Job Position 1 - Customer Service Officer I/II
▪️Job Position 2 - Junior Customer Service Officer
▪️Job Position 3 - Accountant I
▪️Job Position 4 - Accountant II

▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/sheger-microfinance-s-c-march-28-25/

▪️Deadline: April 01/25

Читать полностью…
Subscribe to a channel