oromoquen | Unsorted

Telegram-канал oromoquen - Shamarran jannata 😍😘

1208

✍O Allah forgive me, ✍have mercy on me, ✍guide me, ✍ support me, ✍protect me, ✍provide for me and ✍elevate me. ✍Amen ya Rabbii ✍اللهم إني ✍ أسألك إيمانا دائما ✍وأسألك قلبا خاشعا ✍وأسألك علما نافعا ✍وأسألك يقينا صادقا

Subscribe to a channel

Shamarran jannata 😍😘

Yaa Rabbi araara/rahmata keetiin qoma koo haxaa'i..gadda hirriba koo jeequ kamiinuu, in dhiisin yaaddoo hirriba ija koo irraa hatu kamiinuu, boo'icha lubbuu koo dhamaasu kamiinuu na hin dhiisin..Rabbii koo, dhimma koo gara fuula duraa waan gaarii ta'e Naa guuti/xumuri, hawwii koos guuti, addunyaa kana irrattis na eegi/na satari, hammeenya warra inaaffaas na irraa fagaassi, ati hunda caalaa tiksitoota..Yaa Rabbi/Yaa Waaqayyo, ani karaa koo irratti milkaa'ina, lubbuu koo keessatti jajjabina, dhimma kootiif haala mijeessuu si gaafadha💜.


يـا رب امسح على صدري برحمتك..ولا تدع لي حزنًا يقلق مضجعي ولا هماً يسرق النوم من عيني..ولا بكاء يرهق روحي..ربي تمم أموري القادمة على خير وحقق لي ما اتمنى واستر علي في هذه الدنيا وأبعد عني شر الحاسدين أنت خير الحافظين ..اللهم أني أسألك توفيقاً في طريقي وراحة في نفسي وتيسيراً لأموري💜.

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

✍️Gaaffiif deebii keenya arraa kanaratti hirmaadhaa

@keyralumma @keyralumma

1: Gaafa lola Uhud namni Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) baatee dhagaa irratti oliin bahe, eenyu?

A.Xalahaa ilma Ubeeydullaah.
B.Zayid ilma Haarisaa

2.Namni Nabi Muhaammad (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yaarabbii ani nama kana ni jaaladhaa atilleen jaaladhu jedheen eennu?

A.Osaamaa ilma Zayid
B.Hasanii ilma Aliyyii ti.

3.Namni Nabi Muhaammad (Sallallaahu aleyhi wa sallam) salaatul gaa’ib irratti salaate eennu?

A.Jaafar ilma Abi Xaalib
B.Mootii Habashaa; Najjaashii

4.Usaamaan ilma Zeeydii (jaalalle ilma jaalallee Rasuulaa) (Sallallaahu aleyhi wa sallam) kan ta’e bara kam du’e?

A.Hijraa irraa bara shantamii afuri (54)
B.Hijraa irraa bara soddomii lama (32)

5.Namni ollaa Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) fi Abbaa Bakriitti awwaalame eenyu?

A.Umar ilma kaxxaab.
B.Usmaan ilma Affaan

Deebii tartiibaan asirraan nuu deebisaa
👉 T.me/Ibnuabbaas ✍️

Share 👇
T.me/keyralumma

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

Air Drop Guyyaa Sadii Booda dhumuf deemu Obboleyan Irraa fayyadama

Tokkichii isaa Doller 70 $ sharafama Ja'ame eega Irraa fayyadama Warrii Itti Amantan Qoftiin

Link Isaa kunoo Arma jala jira

/channel/Bananagunrobot?start=r0910320505

Jaalan Kiyya Isin hin dabriin itti fayyadama

Dura yaroo Link kana tuyxan San booda Start kan ja'u tuqaa San booda

Tesk Afur isiniif fida San booda tesk afuran San erga bantanii Page isaani Follow gootan baqa San booda gahe seena irra fayyadama

/channel/Bananagunrobot?start=r0910320505

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

Jira jirtu kabajamtoota fi jaalatomtoota hordoftoota keenya kuno Arra #Air drop takka list ta'e jira nutti

Eegala jannee wani isin Qadhacha jiruuf akka irra fayyadamtaniifi kuno Gatii Ajaa'ibatin List ta'e jira warri hanga amma

Air drop takka Hin eegalin Yoo jirtaan Link as jala isiniif keenya seenati irra fayyadam guyyaa dhiyoo keysati kan list ta'u ni jira link as jala jiruun dafaa egala ilmaan oromo


Mojor link👇👇👇👇kuno

/channel/major/start?startapp=696932100

Hamster combat 👇👇👇👇kuno


/channel/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId696932100

Citizen link 👇👇👇👇kuno

/channel/catizenbot/gameapp?startapp=rp_24127070


Yaada fi Gaafi yo qabaatan keysan nu duubisa

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-8
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

•Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

⏱ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

ilaalchi sirrii sahaabaa, siraaxa, Qiyaamaa qabaachuu qabda , kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-3
Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 3ffaa.

•Aayaata tana Ulamaa’iin Aayaata qormaataa ja’aniin. Nama Rabbiin jaaladha ja’u dhugaa fi kijiba isaa wanni beekaniin aayaata tanaani.
Aayaan tuni tami?

Waan hedduu hubattu, rabbiin isin irraa haa jaalatu dubbisaa.
---------
Website

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒
𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 1𝐟𝐟𝐚𝐚


༄ Aqiidaa jechuun maali?
༄ i'itiqaad jechuun?
༄ iimaana jechuun?

༄ Allaahaatti amanuun: waan afur of keessaa qaba isaanis?


༆ Ijoon dubbii
#Laa'ilaaha_illallaah Muhammadun_rasuulallah {A.s.w}

⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 15ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 15 ƒƒαα 


AMATA HIJRII 9FFAA IRRAA HANGA Duula TABUUK



○ Gaafileen torbee dhufuu asuma keessa qofa bahu.

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/09/seenaa-rasuulaa-kutaa-14.html?m=1

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-22

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-13-2

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 8ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 8ƒƒαα 

●Duula Banii An-Nadiir irraa hanga Khandaq.

•eenyutu rasuula s.a.w ni ajjeesna jedhanii shira xaxan?

Jaartii rasuulaa s.a.w boodarra gara aakiraa deemte?

Duulli badrii xiqqoo maali?

Maal raawwatuudhaan rasuulli s.a.w Aadaa warra jaahiliyyaa faallesse.

✅Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

□instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 6ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 6ƒƒαα 

Duula Badrii Guddoo.

*Yoom gaggeefame.
* sababni maal ture.
* injifannoon kan eenyuu ta'e.
* Duula birootiin maaltu adda taasisa.

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

-Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.
Asumarraan ilaaluuf
Instnat view tuqaa
https://bit.ly/3c3bXyC

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 4ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.


●KUTAA 4ƒƒαα "B".


Hijraa irraa hanga Duula Badrii.

✅Jum'aan jalqabaa yoomi fi nama meeqaan salaatame?
-Haala kamiin masjidni rasuula ijaarame?

-Muhaajirri maali? Ansaarri hoo?
-Yeroo bishaan ququllulluun dhaban sana.
✅Kaayyoo
-
-waadi raanuuna'i-xala'al badru aleeynaa-shanacha harkaa.

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/04/kutaa-4-seenaa-rasuulaa-irraa_20.html

Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 3ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 3ƒƒαα "B".

■Israa'aa fi mi'iraaja.

✔ Kaayyoo
-rasuulli s.a.w jannata keessatti maal fa'a arge.
-Erga jibriil Nabiin s.a.w gama samii 7ffaa fide maaf irraa hafe?
-Mu'ijzaan guddoon qureyshonni arganii amanu didan tami?
-Waanti rabbiin ummata nabitiif s.a.w waad gale maal maali?
✔Qabbiyyee.
-qallaa/fooqii -sochii qalamaa -suuraa al qamar- Waadaa/beey'aa.

maalummaa Kanneenifi kan biroo of keessa qaba.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 2ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 2ƒƒαα "C".


■Nabiyyummaa irraa hanga Hijiraa.

●Kaayyoo.
-Tooftaa hamaa qureyshii
-Qoqqobbi warra nabii s.a.w irratti buute.
-Du'a abuuxaalibi fi kadijaa.
-irraa laafaan qixaata azaaba kami.
-Abubeker hijraaf habashaa dhufee?
-Namni nabiif s.a.w waasii ta'e eenyu? Abubekrif hoo?
-Dararaa gudduu sana tan gaaf xaa'if, maaltu mudate?
• Qabiyyeewwan hedduu fi bal'aa of keessa qaba kutaa 2ffaa kanaaf xumuura obsaan dubbisaa⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

T.me/keyralumma

«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa

@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB👇 like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page

Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot

T.me/keyralumma
/channel/Muslim_studentsgroup

Assalaamualeyikum Worahamatullaahi Wobarakaatuhu hordoftoota keenya qaqaalii jaallatamoo chaainaal keenya kana join godhaatii 👉 T.me/keyralumma gaaffiif deebii keenyarratti hirmaadhaa kayirii guddaa qoddaadhaa barnoota adda addaa baayyee faayida qabeessa tahan nama barsiisoo tahanis argadhaa arraaf bor fayyadamaa isiiniin jenna obboleewwan keenya

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

bc1qa3ys2gw8esz0z28trzgezz9vdffp0xx7ev7z4t

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

Hi guys Air Drop Haraya kan ta'e kana itti fayyadama Company OKX Hojjate

Hundi keysan OKX ni beytan Ja'en yaada dafa seena itti fayyadama


Link Isaa kuno as jalati argama

/channel/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_50941609

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

https://youtube.com/shorts/kmaKiD3iA2I?feature=share

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-7
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

•Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

⏱ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

❗️Tuutti tuni maali jarri? Jaahmiyyaan,Mushabbihaan,
Jabriyyaan,Qadariyyaan, Murji’aan,Wa’iidiyyaan, Mu’tazilaan, kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.
⤵️

/channel/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F16731250&rhash=27521eb450c138

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒
𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚
༄ Sifa rabbii yoo jedhamu, maal jechuudha.
༄Aayaanni bu’uraa ykn dustuura sifa Allaahaa ibsitu tami.
༄Adeemsi sirrii sifa rabbii keessatti.

༆ Ijoon dubbii
#{wanni takkalleen Fakkaataa Isaa hin taane, Allaahaan dhagayaadha, argaadha}. 

•inshaa'allaah waan hedduu hubattu.
⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 17 ƒƒαα 𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐑𝐀𝐒𝐔𝐔𝐋𝐀𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀.

Hajjii Dhaammannaa.

𝐆𝐚𝐟𝐢𝐢𝐥𝐞𝐞𝐧 Torbee 𝐤𝐚𝐧𝐮𝐦𝐚 𝐪𝐨𝐟𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐡𝐮, 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 qophaawaa.

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 13 ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 13 ƒƒαα 

Duula Fat’hii Makkaa

Fathii Makkaa.

https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-29

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/06/kutaa-13-seenaa-rasuulaa-irraa.html

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-14

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 9ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa.

*Ahzaab jechuun maali?

*Maaliif naannoo madiinaatti boolli qotamte?

*mu"ujizaalee rasuula s.a.w gaaf sana argamte?

*Qixaatni nama nama ganee akkaan jabduu.

* Nama sababaa du'a isaatiin arshiin sochoote kana beektaa?

❗️Dhugumatti seenaa kana qalbiin dubbifnaan, "Namni islaamaa tokko badii malee ajjeefamuu irra addunyaan tun osoo baddee wayya" jecha kana ni hubattu.

✅Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

□instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani hedduu isinitti tola. Suuraalee tokko tokkoonis qindaawee jira.

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 7ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 7ƒƒαα 

●Duula Uhud irraa hanga duula Banii Nadiir.

•Duulli Uhud irra ulfaattuu duuloota Rasuulli s.a.w duulaarrayyi.
•ilkeen isaa ni caphsamte, kooffiyyaan Sibilaa mataa Isaa irratti caphxee mataa urte.
•Balaan gaafa san akkaan jabaatte.
•Duulli Uhud Sahaabootaaf qormaata guddaa turte.

●Duula sana irraa wanti guddaan sahaabonni baratan maali?
●Hamzaan Uhud irratti wareegamee Shahiidee tahe.
●Wanti ajaa'ibaa dubartiin takka raawwatte maali?
●Namni sahaabii irraa malaa'ikaan dhiqamee eenyu?

✅Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 5ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.


●KUTAA 5ƒƒαα.

★Jalqaba jihaadaa

✅Gazwaan maali?
Daldatu qureysh maaltu mudate?
Lolli jalqaba rasuulli godhe?
Ramadaan 9?

✅Kaayyoo
-gazwaa bawaax - gazwaa badri -
https://telegra.ph/Jalqaba-jihaadaa-04-26

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/04/jalqaba-jihaadaa.html?m=1

Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 4ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.


●KUTAA 4ƒƒαα "A".


Hijraa irraa hanga Duula Badrii.

✅madiinaa magaalaa akkami?
-haalli hijraa gama madiin akkam ture.
-rasuulli s.a.w nama meeqa waliin makkaa irraa gama madiinaa baqatan.
-Namni dura sahaabaa irraa madina dhufe eenyu?

✅Kaayyoo
-madiinaa-suraaqaa-gaala 100-gaara soowrii-qubaa'a.


Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/04/kutaa-4-seenaa-rasuulaa-irraa_12.html

Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 3ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 3ƒƒαα "A".

■Israa'aa fi mi'iraaja.

✔ Kaayyoo
-qissaa israa'a fi mi'iraaja
-lakkofsa ambiyaa
-imaama ambiyoota ta'uun kan salaachisan eenyu?
-haala warri hamtu dalagan itti azzabaman.
-Nabi ibraahim rasuula keenyaaf maal dhaaman?
-rasuulli s.a.w samii 1,2,3,4,5,6fi7 keessatti maal arge?

✔Qabbiyyee.
-Buraaqii - Masjida aqsaa -zamzamaan dhiqe - chiginyii

Kanneenifi kan biroo of keessa qaba.⤵️

Читать полностью…

Shamarran jannata 😍😘

KUTAA 2ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 2ƒƒαα "B".


■Nabiyyummaa irraa hanga Hijiraa.

●Kaayyoo
-Tooftaa haaraa qureyshii
-Hijraa gara habashaa
-suura an najmii
-mataa jabaachuu qureyshii

●QABIYYEE
-Hanjamaa -Usmaan -Riqiyyaa
-Ibraahim -nuuh - Qur'aan.

□ dabalataan osoo website keenya irra seentanii daawwattanii ammoo haalaan isinitti tola.
Linki⤵️
🌐 http://bit.ly/3dbxN4e

Читать полностью…
Subscribe to a channel