segnigudeta | Unsorted

Telegram-канал segnigudeta - Sanyii Guddataa

218386

Subscribe to a channel

Sanyii Guddataa

School of Success
Suluultaa
Barsiisota Barbaada

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Hayyuu fi Barreessa Bekamaa #Dale_Carnegie kitaaba isaa "How to win friends and Influence people " jedhu irratti an Jireenya koo keessatti #Istirooberii fi #Ice-cream baayyee jaalladha. yeroo Boqonnaa koo ammo haroo cina mana koo jiru dhaqee Qurxummii kiyyeessa. Garuu gaafa gara haraa dhaqu isa ofii jal'adhu Ice-cream fi Istirooberii sana miti kanan fudhee hara dhaqu.

An kan Barbaadu Qurxummii waan ta'eef isa Qurxummiin barbaadu #Raammoo kiyyoo koo irra kawaachu qaba. kanaaf gaafa Gara namaatti dhiyaattan isa ofii barbaaddan utuu hin taane isa isaan barbaadan sana beeku qabdu jedhe gorsa.

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Habesha Breweries SC🎴

▪️Job Position - Sales Promoter
Education:BA degree in any filled
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

 https://kebenajobs.com/job/habesha-breweries-sc-august-24-25/

▪️Deadline: August 24/25

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Ka’i! Hojii Keetiif Dursa Kenni
(Rise! Prioritize Your Dream Work)

Namni tokko gara milkaa’inaatti ce’uuf, yaada isaa irratti hojjechuu fi hojii isaa abbaa itti ta’e jalqabuun dirqama. Hojii abbaa ofii jalqabuun, haala rakkisaa keessa jirru keessatti furmaata ofii uumuu dha.

Kanaafuu, yeroo eeggachaa hinturin; amma ka’i, hojii keetiif dursa keenni, jireenya kee ofiin hoggani!
Ka’i! Yeroon si eegaa hin jiru. Milkaa’inni hin eegu, ati isa barbaaddu. Hojii abbaa keetiif yeroo yeroo jedhamu hin jiru  amma malee! Yaada kee, hawwii kee fi abjuu kee gara hojii dhugaa geessi. Osoo eegde hin milkooftu.


Namni tokko yeroo hojii abbaa ofii jalqabu, addunyaan isa eegu hin turre. Garuu ofitti amanuun, hojii isaa dursa keennuun, yeroo dheeraa booda jijjiirama fiduu danda’a.

Jalqabni baay’ee xiqqoo fakkaachuu danda’a, garuu dandeettii fi obsaan yeroo irratti hojjete, galii guddaa ni qabaata.

Jecha "Ka’i!" jedhuun, haala tasgabbaa’aa fi dadhabsiisaa keessaa nama kaasuu barbaada.

Jireenya keessa tasgabbaa’uu irra hojii barbaachisaa irratti xiyyeeffachuun nama kakaasa.

Amantaa Of Irratti Horachuu (Self-Belief):
Namni hojii isaa abbaa ofii jalqabuu dura ofitti amanuu qaba. Yaadni kun nama yaada isaa gara hojiitti jijjiiruuf kakaasa.

Yeroon Amma (Urgency):
"Amma jalqabi!" jechuun yeroo tokkollee eeguuf sababa homaa hin jiru jechuun hubachiisa.

Milkaa’ina Duraa (Vision of Success):Hojii dursa kennuun bu’aa dhumaa akka fidu agarsiisa.

Falmii fi Injifannoo (Struggle and Triumph): Milkaa’inni osoo hin hojjanne hin dhufu; kanaaf ammoo dursa kenni, qabsaa’i, injifadhu.

“Ka’i! Hojii keetiif dursa keenni” jechuun: yeroo eegaa hin turre, abjuu kee hin dhiisin, yeroo kee fi humna kee hojii ofii kee irratti xiyyeeffadhu, sababni jireenya kee milkeessu si bira jiraachuu isaati. Milkaa’inni of keessa hin dhufne  ati ofiikeetiin deemu qabda. Kanaafuu, ka’i, dursa kenni fi seenaa kee hojjedhu. /channel/Jundinure5


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Bara baajataa 2017 galii birrii biiliyoona dhibba 1fi biliyoona 62 argachuu, Hoji- Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Teelee-koom Fireehiwaat Taammiruu ibsan. FBC


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

1. JUNIOR QUALITY AND SAFETY ASSURANCE OFFICER

2. Executive Assistant Manager (EAM) – Operations- Lodges and Resorts


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️NGO Jobs🎴Islamic Relief🎴

▪️Job Position - Cashier
Education:Bachelor’s degree or Diploma in Accounting.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

 https://kebenajobs.com/job/islamic-relief-july-24-25/

▪️Deadline: August 07/25

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Dashen Brewery Share Company🎴

▪️Job Position - IT Administrator (Re-Advertisement)

Education:BSC Degree in Information Technology or Computer Science
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

 https://kebenajobs.com/job/dashen-brewery-share-company-july-24-25/

▪️Deadline: July 29/2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh Graduates🎴ZamZam Bank🎴

▪️Job Position-Bank Trainee
Education:B.A Degree in Economics, Management, Accounting or other Business related fields.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/zamzam-bank-3/

▪️Deadline: July 27, 2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️🚩Required No: 150

▪️For Fresh graduates🎴Hijra Bank🎴

▪️Job Position-Graduate Trainee
Education: Bachelor’s degree in Accounting, Management, Economics or related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/hijra-bank-2/

▪️Deadline: August 2, 2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Deluxe Properties🎴

▪️Job Position-Sales Supervisor
Education:BA/BSC Degree in Marketing Management, Business Management, Civil Engineering and any Other Related Field of study.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/deluxe-properties-2/

▪️Deadline:August 2nd 2025

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴LEOFAM IMPORT AND EXPORT🎴

▪️Job Position 1-Digital Marketer
▪️Job Position 2-Hospitality Marketer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/leofam-import-and-export-2/

▪️Deadline:July 27th 2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Tsehay Insurance SC🎴


▪️Job Position 1- Secretary Cashier I
▪️Job Position 2- Senior Auditor
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/tsehay-insurance/

▪️Deadline: July 28, 2025

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️Fresh and Exp🎴PAUL RIES AND SONS ETHIOPIAN LIMITED COMPANY🎴

▪️Job Position 1-Secretary
▪️Job Position 2-Junior Officer – Tender Department
▪️Job Position 3-Junior Officer – Import Department
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/paul-ries-and-sons-ethiopian-limited-company-2/

▪️Deadline:August 1st 2025

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh graduates🎴Hijra Bank🎴

▪️Job Position-Graduate Trainee
Education: Bachelor’s degree in Accounting, Management, Economics or related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/hijra-bank-2/

▪️Deadline: August 2, 2025

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Jireenya tasgabbaa’aa jiraachuuf, qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffadhu:

1. Yaada fi ilaalcha sirrii qabaachuu: jireenya keessatti yaada gaarii qabaachuun gammachuu fi tasgabbii namaaf kenna. Gochaa fi jecha miidhaa fiduu danda'u irraa of eegu fi dhimma namaa keessa lixuu dhiisuu.

2. Jijjiirama fudhachuu:
Jireenya keessatti jijjiiramni waan hafu miti. Haala jijjiirame sirnaan fudhachuun tasgabbiin jiraachuuf gargaara. Jijjiirama   gara guddinnaa yoo argame boonaaf xibaara malee itti fayyadamuu, jijjiiramni gara gadii yoo dhufes obsaaf malaan keessa darbuuf yaaluu.

3. Beekumsaa fi dandeettii qaban cimsachaa adeemu:
Beekumsi yeroo baay’ee walitti bu’insa furuu fi rakkina keessa darbuuf karaa rakkina ittiin furan salphisuun tasgabba’inatti nama geessa. Beekkumsi riqicha ta'ee sibaata. Dandeettiin kee barbaadamaa si taasisa.

4. Beekumsa ofii irratti hirkachuu fi ofitti amanuu:
Yeroo rakkina keessa jirtu of irratti hirkachuun fi ofitti amanuun tasgabbii siif kenna. Jireenya hin raafamne jiraachuuf sigargaara.

5. Fedhii fi dandeetti ofii beekuu:
Wantoota gammachuu yeeroo qofa siif kennan irraa baqachuun, Wantoota sirritti sibarbaachisan adda baafattee beekuu fi irratti xiyyeeffachuun gammachuu siif kenna. Waan fedha kee hin taane dhiibba namaan itti hin lixin. Dandeettii kee malee of hin rakkisin.

6. Hiriyyoota gaarii qabaachuu: Namoota qalbii fi yaada gaarii qabaniin waliin ta'uun nagaa fi tasgabbii argachuuf si gargaara. Hiriyyaan badaan nagaa si dhoowwa. Kanaaf hiriyyaa nagaafi tasgabbii siif kennu filadhu.

7. Qaamaa fi qalbii irratti xiyyeeffachuu:
Seera nyaataa hordofuu fi sochii qaamaa gochuun jireenya tasgabba’aa fida. Qorsa sirrii fayyadamuu, Rabbiin kadhachuu fi haasaa baayyisuu irra cal'isuun nagayaaf tasgabbii qalbii siif kenna.

8. Boqonnaa ofiif kennuu:
hirriba gahaa, yeroo boqonnaa gahaa, fi yeeroo garii kophaa turuun tasgabbii keennaaf murteessaa dha.

Qabxiilee kunneen irratti xiyyeeffachuun  jireenya tasgabbii fi gammachuu qabaadhu

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh & Exp🎴Washington HealthCare PLC🎴

▪️Job Position 1 - Junior Customer Service Officer(readvert)
Education: Bachelor’s degree in any field of study
▪️Job Position 2 - Associate Engineer(readvert)
Education: A BSc in Civil Engineering or construction management
▪️Job Position 3 - Scrub Nurse(readvert)
▪️Job Position 4 - ICU and Critical care Nurse(readvert)
▪️Job Position 5 - Matron(readvert)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
      
https://kebenajobs.com/job/washington-healthcare-plc-july-21-25/

▪️Deadline: August 19/2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Medan General Hospital

Position 1: Assistant
Qualification: Degree/Diploma in Nursing, Medical Doctor, Laboratory, Neonatal Nurse, Pharmacy, Radiology, Psychiatry, Physiotherapy, Optometry, Dental science,
Experience: 0 year
Required number: 71

Position 2: Junior
Qualification: Degree/Diploma in Marketing, Accounting, Anesthesia, Nursing, Midwifery
Experience: 2 years
Required number: 34

Position 3: Specialist
Qualification: General Surgery, Internal medicine, Gynecology, Radiology
Experience: 2 years
Required number: 7

Location: Bahirdar
Deadline: 23/11/2017

How to Apply
All interested individuals may apply for the position by submitting an application letter and CV to
👉 medanhospitals@gmail.com, Telegram, @MedanHospital. or in person


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh & Exp🎴Frontieri Consult PLC🎴

▪️Job Position -Accountant Intern

Eduaction:Degree  in Accounting, Finance, or a related field (completed or in progress)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

 https://kebenajobs.com/job/frontieri-consult-plc-july-24-25/

▪️Deadline: July 27/2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Ministry Of Foreign Affairs🎴

▪️Application Link: https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSeCRqfN7CeZuKH2mN0wnOA4G8onLT2ThzFhJAS87WdRYiDjmQ/viewform


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Engineering Corporation of Oromia🎴

▪️Position 1: Website Content and Graphics Designer
▪️Position 2: Senior International Marketing Expert

▪️How T𝐨 A𝐩𝐩𝐥𝐲
Email, ecopost@ecoet.org

Deadline: - 29/7/2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴German Embassy School Addis Ababa🎴

▪️Job Position - Liaison officer and Driver
Education:bachelor’s degree in a relevant field such as business, communications or public relations
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

 https://kebenajobs.com/job/german-embassy-school-addis-ababa-july-24-25/

▪️Deadline: July 31/2025


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Fresh Graduates
+70 Above Candidates
🫴 KIBISH CONSTRUCTION


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🍀Nisir_CV_Developer🍀

Do you Need a Professional CV/Resume?


📌Hojii Keenyaan Amanamummaa Horanneerra, Xiyyeeffannoon Hojjechuun Keenyammoo Adda nu Taasiseera!
📌 Arguun amanuudha! Hojiilee keenya profile keenya jala galuun channeli keenyarraa argachuu dandeessu.

Tajaajiloota Kenninu:
✅ Prepare application/cover letters and CVs/resumes.
✅ Edit and update existing application/cover letters and CVs/resumes.
✅ Organize all relevant documents into a structured file system.
✅ Assist in applying for online job opportunities.


Namonni barbaaddan:
🔹Telegram:  @NisirCVJobs
📞Phone No:
0967-7488-25

Irratti nu dubbisaa

🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Galatoomaa!

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

🎴Medecins Sans Frontieres-Belgium (MSF-Belgium)🎴


▪️Job Position-RECEPTIONIST
Education:Essential Diploma in Secretarial Science and Office management/Diploma in Management or related fields
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/medecins-sans-frontieres-belgium-msf-belgium/

▪️Deadline: July 28, 2025

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

▪️For Fresh graduates🎴Hijra Bank🎴

▪️Job Position-Graduate Trainee
Education: Bachelor’s degree in Accounting, Management, Economics or related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/hijra-bank-2/

▪️Deadline: August 2, 2025

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Rooba Har'aa Magalaa
Finfinnee kana fakkaata!

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!


Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan.


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…

Sanyii Guddataa

Waliif Education Share Company


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | sanyiigudataa2">TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

Читать полностью…
Subscribe to a channel