Namoonni Wallet keessan irraa Dollar qabdan nutti gurgurachuu dandeessu.
1USDT=100 birr
USDT ያላቹ እና መሸጥ ምትፈልጉ
1 USDT(DOLLAR) =100 BIRR
ለመሸጥ @Sool_dave
Badhaasa daqiiqaa 15 qofa turuudha
Irratti hirmaadhaa.
Mootummaan naannoo oromiyaa eenyu?
Warri kunimmoo ni maraatan fakkaata dollara callisanii namatti ergu dhugaa😂
Seenaa osoo hin dhaabbatiin shaqqaladhaa nama invite gochuus hin barbaadu
Link👇
/channel/LudoBTC_Bot/LudoBTC?startapp=04db71055a4fa47007f1b4048fc2dade
Telegram Jaalalleekee ykn kan abbaa fedheeyyuu haala salphaa ta'een cabsitee seenuu ni barbaaddaa?
Hubachisa:- siistema kana waan gaarii qofaaf itti fayyadami!
Hack Telegram profile bakka jettu tuquun start jedhi itti aansuun lakkofsa bilbilaa nama sanaa galchuun Done kan jettu tuqi battaluma sana siif fida. Carraa gaarii.
Hack Telegram profile
Start
📣አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ.. ዳይ ወደ ስራ👇
⚜🄰⚜ ⚜🄱⚜ ⚜🄲⚜
⚜🄳⚜ ⚜🄴⚜ ⚜🄵⚜
⚜🄶⚜ ⚜🄷⚜ ⚜🄸⚜
⚜🄹⚜ ⚜🄺⚜ ⚜🄻⚜
⚜🄼⚜ ⚜🄽⚜ ⚜🄾⚜
⚜🄿⚜ ⚜🅀⚜ ⚜🅁⚜
⚜🅂⚜ ⚜🅃⚜ ⚜🅄⚜
⚜🅅⚜ ⚜🅆⚜ ⚜🅇⚜
⚜🅈⚜ ⚜🅉⚜
መልካም ጫወታ
Waver @FastVipProm
Do you want couples wallpapers😍?
Add Your Channel @Slimshady_Lp
EPL IS BACK 🔥🔥🔥
ይሄንን Folder ለመቀላቀል @slimshady_Lp ያናግሩን
🙏Ashaam Harkaa funee akkam jirtuu qomoo koo Gurp Golden Biyyaanfid Link tana🔗 🔗 👇 /channel/goldenbiyyaanfid join GOCHUUN akkaa nuu gargartan laammiiwwaan koo Nutiis qoppilee adda addaa qabannee isiniif qoppessuu jirraa 🥰🙏🏾 Golden Biyyaanfid ✍️
Читать полностью…Lancashire Derby ❤️🔥
ማንችስተር ዩናይትድ ከ ሊቨርፑል የሚያደረጉትን ያበደ ጨዋታ እዚህው በቻናላችን መከታተል ትችላላችሁ!
ይሄ የአመቱ ምርጥ ጨዋታ እንዳያመልጣችሁ❤️🔥🔥🥶
your unique referral link is:
/channel/Euritebot?start=r0853395377
Kallatii itti online irraa qarshuu argattan Afaan Oromoon isinitti agarsiifna seenaa!
/channel/oromoo_crypto
/channel/oromoo_crypto
✅Nama 1️⃣ afeeruudhaan qarshii 2 argadhaa! 💯
ተጨማሪ ገንዘብ ማግኘት ይፈልጋሉ? 💰 ሩቅ መመልከት አያስፈልግዎትም ! በሪፈራል ፕሮግራማችን ጓደኞችዎን ወደ ቦቱ በመጋበዝዎ ብቻ በአንድ ሰው 2 ብር ማግኘት ይችላሉ።
📈 እስካሁን 0 ሰዉ ጋብዘዋል ገቢዎን ለመጨመር ተጨማሪ ጓደኞችዎን መጋበዝዎን ይቀጥሉ።
🔗 ይህ የእርስዎ የሪፈራል ሊንክ ነው /channel/BirrReferBot?start=r02173236790
ለጓደኛዎ ያጋሩ እና ገቢ ማግኘት ይጀምሩ።
🔴Oduu Naasisaa Yesuus Keeniyaa😭Hordoftoota Miiliyoonaan Qabu😥Mwalimu Jes...
https://youtube.com/watch?v=vZHEYWPHVhk&si=hNkutzYFIlp7LbrR
Telegram Jaalalleekee ykn kan abbaa fedheeyyuu haala salphaa ta'een cabsitee seenuu ni barbaaddaa?
Hubachisa:- siistema kana waan gaarii qofaaf itti fayyadami!
Hack Telegram profile bakka jettu tuquun start jedhi itti aansuun lakkofsa bilbilaa nama sanaa galchuun Done kan jettu tuqi battaluma sana siif fida. Carraa gaarii.
Hack Telegram profile
Start
"Sin jaaladha jedhi
Yookaan deemi didii
deemuun dura garuu
#Durbummaa_Koo_fidi😜
Ijji koo simalee
Homaa nan argituu
Ooyiruunkoo simalee
Midhaan naan margitu!
Sin jaaladha qashtii
Hundarra caalchisee
Guutummaa onnee koo
Si qofan dhaalchise"
Naan jettee hin turree
har'a maaf na ganta?
Anaan eessa keessee
Orma woliin galta?😭
Lakkii dhiisi hin deemini
Waan feeten sitti bitaa
Yoo diddes akka mixii
Ciniineen sitti cita"
Jette Jaalalli gubee
Intalattii waadnaani
Gurbaanni waadaa diigee
irraa qara yaadnaani!
Woggaa kuma-n turani
Yoo baayyate jaatamaa
waadaan buddeena miti
Akkamittiin nyaatama?
.
.
.
See more.....
Walaloo biraa argachuuf
As tuqi
🌐Mana keessan teessanii hojii argattanii qacaramuu ni barbaaddumoo❓👇
Читать полностью…/natural_exam_answer@grade12entrance2014
Читать полностью…"Sin jaaladha jedhi
Yookaan deemi didii
deemuun dura garuu
#Durbummaa_Koo_fidi😜
Ijji koo simalee
Homaa nan argituu
Ooyiruunkoo simalee
Midhaan naan margitu!
Sin jaaladha qashtii
Hundarra caalchisee
Guutummaa onnee koo
Si qofan dhaalchise"
Naan jettee hin turree
har'a maaf na ganta?
Anaan eessa keessee
Orma woliin galta?😭
Lakkii dhiisi hin deemini
Waan feeten sitti bitaa
Yoo diddes akka mixii
Ciniineen sitti cita"
Jette Jaalalli gubee
Intalattii waadnaani
Gurbaanni waadaa diigee
irraa qara yaadnaani!
Woggaa kuma-n turani
Yoo baayyate jaatamaa
waadaan buddeena miti
Akkamittiin nyaatama?
.
.
.
See more.....
Walaloo biraa argachuuf
As tuqi
Torbee tokko booda mallaqa guddatti ni gurgurattu!
Seenaatii start qofa gochuun qabxii argadhaa!
Akkamitti gara maallqaattinakka jijjiirtanis sinitti agarsiifna amma seenaa start godhaa🖐
Start
/channel/major/start?startapp=686917982
New Airdrop
301 Agent
ከ Dogs ጋር ተመሳሳይ ሲሆን ለየት የሚያደርገው ቴሌግራም ከጀመራችሁ በኃላ ስንት መልዕክት ወይም Text አድርጋቿል የሚለውን ቆጥሮ ያሳያቿል
በሱም ቶከን የሚሰጣችሁ ይሆናል! ዛሬ ብቻ ከ 400 ሺህ ሰው በላይ ገብቶ መጫወት ጀምሯል
እኔን 32ሺህ message አድርገሀል ብሎኛል እናንተንስ?
👉 /channel/Agent301Bot/app?startapp=onetime1258366739
/channel/major/start?startapp=6518629003
Читать полностью…Harree Fi Waraabessaa:
Guyyaa tokko harreen tokko gammachuudhaan araddaa dheedaa ture, waraabessi immoo akka xiyyeeffannaan harree marga irra ta'e waan hubateef suuta jedhe kara harreetti siqaa deemsa itti fufe. Harreen Nyaata irraa boqonnaa fudhachuuf yemmuu mataa ol qabatu waraabessa kara isaatti qaxxisa deemu arge.
Harreen yeroon fiigee jalaa bahuu akka hin jirre hubate. Yeroo kana Harreen of baraaruu barbaade. Akka waan akka malee miidhameetti sagalee guddaadhaan Halaakuu jalqabe. Waraabessi waan akka tasaa harree mudate waan wallaaleef, dhimmi isaa maal akka ta'e harree gaafate.
“Muka hamaatu miila koo duubaa keessa seene. Akkan baasu na gargaartaa? jedhee waraabessa gargaarsa gaafate.
“Maaliifan akkas godha? jedhee deebiseef waraabessi.
“Eeyyee, Maaliif seete. Anni rakkadhee miti. Silaa ana nyaachuun kee waanta hin oolleef mukni hamaan kun yeroo ana nyaattu qoonqoo keetti rakkatee akka sin ajjeefnee yaadeeni. "Jedhe
Yeroo kana Waraabessi qoonqoo isaaf yaadda'ee harree galateeffate. Waraabessi muka miila harree irraa waraane buqqisuuf gara harreetti dhiyaate. Yeroo inni muka sana baasuuf harreetti dhihaatu, harreen humna isaa hundaan ilkaan keessa dhiitee baqate.
Waraabessi yeroo garaa sammuu isaati deebi'u waan ta'e mara amanuu hin dandeenye. Ilkaan isaa muraasa akka dhabe hubate. Waraabessi gowwummaa isaatiin of abaaree ofitti gaddee deeme.
*Hammeenya diinaa sodaattee hin raafamin. Diina si balleessuuf deemuu kiyyoo ittiin qabuu dandeessu hatattamaan qopheessi.
(((((((((AS WR WB))))))))
✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Akkamu Beekamu Uummanni Muslimaa #Telegram Fayyadaman Channel Amantaa Islaamaa Barsiisu Barbaaduun Keessan Waan Beekamaadha.
Maarree Nutis oduu gammachiisaadhaan siniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin argattan qabannee akka armaan gadiitti siniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa Tuqaa yaada keessan @MURAAD111 Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.
AKkasumas oobboleewwan Muslimaa hunda Biraan akka Geessan Kabajaan isin Gaafanna.🙏
Namni Beeksisa Channel Keessa Galuu feetanis Nu quunnamaa!
🔴Oduu Naasisaa Yesuus Keeniyaa😭Hordoftoota Miiliyoonaan Qabu😥Mwalimu Jes...
https://youtube.com/watch?v=vZHEYWPHVhk&si=hNkutzYFIlp7LbrR
🔔Warrii dogs🐶 isin darbee kana yaalaa guyyaa muraasatu hafe! 🤞🤞
➡️START ⬇️⬇️
http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=NGD_i7tp8pEA5tB1egKcv
http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=NGD_i7tp8pEA5tB1egKcv