ijoollee_oromoo | Cryptocurrency

Telegram-канал ijoollee_oromoo - Maatii ORO-CRYPTO

6749

Subscribe to a channel

Maatii ORO-CRYPTO

❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓

Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑

Go Click the Heart 😱😱👆🏼


Waver @FastVipProm

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

ከነዚህ ታላላቅ ክለቦች የማን ደጋፊ ናችሁ??

Add you channel @slimshady_Lp

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Hey Endet Nachu Be Oline Genzeb Mesrat Ye Yemifelg be Inbox Yawaragn

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Telegram በከፈታቹበት አመት መሰረት Ton ሚሰጥ Bot መቷል ቻናል Join ካረጋቹ በኋላ Claim ሚለውን በመንካት መውሰድ ትችላላቹ

አዲስ ነው ቶሎ Viral ሳይሆን ስሩት

Minimum withdrew amount 0.55 ton !

Link On bio

እንደ ባለፈዉ bot real nw እንደነዚ አይነት ቦቶችን ወድያዉ መስራት አለባችሁ after viral ሳይወጡ

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

@JonasMoore123

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

📈🛣 👉Fast Lane info👈 🛣 📈📈
👉👉Talk to us for tasks related with Dissertation paper, Manuscript Preparation, project report and so on ~  ( proposal and thesis + power point ) - ( MBA, MA, BA, BSc, MSc)
👉👉 Talk to us for task related with (Journal Article Review, preparation of Business Plan for new projects (Fuel gas station, Hotels, and so on)
👉👉Talk to if u want tasks to be Done by Computer skills such as  drawing, Machine Drawing, C+++, CATTIA, Solid work analysis, Mat Lab
👉👉Talk to us for tasks related with Road design,  building Design, Fuel station Design and so on... ( Auto CAD, Archi CAD, Abaqus, Etabs, SAP, Eagle Point, Revit, MS project, Primavera, Quantity Surveying, civil engineering courses and so on in details)
👉👉Talk to us for task related with Take off sheet,  bill of quantity, Tender works (National and International Tenders)
👉👉Talk to us if u want tasks to be done by Artistic skills such as Design, Research Design reciprocating conveyor, scissor jack, pressure vessel, Air conditioning, Design of concrete mixer, feasibility study, and so on.
👉👉Talk to is if u want tasks to be done by Sales Engineer ( spare parts of different brand, Heavy duty Machines (earth moving machinery), procurements
👉👉Talk to is if u want tasks to be Done by Aviation Training Depot Manager / superintendent / operational manager :  such as daily depot activities, supervising fuelling, stock management, spare part availability, regular tests, safety audits, and employee training to ensure safety and adequate stock availability.
👉👉💼💼 ✒VVIP Demand👇
Talk to us for tasks related 👇
📌Software and App Development
📌Website(Website designing hosting)
📌Network Installation
📌Cctv Installation( Installation and configuration of CCTV, Repair and Configuration of CCTV systems)
📌Hardware and System Maintenance
📌SEO (Attracting more traffic to social media and website, Advertising services and products, web marketing, web analytics, content strategy planning)
📌 Ethiopia ውስጥ ሆነ የሚሰራ Verified PayPal Account የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የ አንድ ዓመት እና ከዛ በላይ ለሆኑ የጥቅል ግብይቶች ( Netflix, Spotify, VPN, ChatGPT, ....)
የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 MasterCard , Visa card Ethiopia ውስጥ የሚሰራ (😎ያለ መታወቂያ እና ያለ passport መክፈት  የሚቻል) የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 Crypto  በተመጣጣኝ ዋጋ የሚሸጥ አለን የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የ Tiktok Coin በተመጣጣኝ ዋጋ የሚሸጥ አለን
የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የተለያዩ የ Online ክፍያዋችን ማድረግ ለምትፈልጉ
ያናግሩን
📌 የተለያዩ የ Online Course Related to ( 😎 Ethical hacking, Crypto Trading, Photo and Video Editing, እና ሌሎችም ....) የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
✌ 👉 INBOX us or 👇 0799397721 💫

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Ragaan 2ffaan haadha Heevan yoo taatu guyyaa san Heevaniin dhukkubee jira koottu jedhaniini hiriyyaa ishee wajjiin gara mana akka deemte ibsiti.

“Yeroon mana gahu daa'imas ta'ee namni biraa hin jiru. Garuu himataamaan soofaa irra taa'ee isaa jiru arge. Ilmoo tiyya maal taate jedhee gaafannaan homaa hin dubbatu, rifate na ilaala, fira biraa hin qabu, nama kan beeku sihi, maal taate natti himi jedhee gaafannaa ammas homaa wanti natti hime hin jiru. Akkuma balbala irra dhaabbadheetti maal akka taatee fi eessa akka geessan natti himi jedhee osoo kadhadhuu alaa daa'imman lama dhufanii, maal taate jedhee jara gaafannaan, budaan nyaattee mana budaa geessan naa jette” jette.

Mana yoo beeyte na geessi jedhee yoo kadhadhus ammas cal jedheetuma na ilaala. Ana, hiriyyaa kootii fi isa taanee baajajii qabanne akkuma karaa seenneen gara hospitaala Aamiin geessan jechuun natti dubbate, yeroo hospitaalicha gahu dhalli koo haguuggamtee jirti, lubbuun ishee darbee jira naan jedhan, yoo ilaalu qaamni ishee qabbanaa'ee jira, uffanni ishee jiidhee jira. Namni hundi ni boo'a, inni garuu cal jedhee hollata. Maatiin isaa guutuun akkuma dhagahaniin daa'ima waajjin gara hospitaalaa yoo deeman inni ammoo cal jedhe manumatti hafe, kanaaf isatu gudeedee ajjeesse” jechuun ibsite.

Achi booda qorannaa dabalataatiif gara Hospitaala Hiwoot Faanaa kan deeman yoo ta'u, Ragaa Fooransikii dokatarri mana murtiitti dhiyaatuun akkas jechuun qorannaa adeemsisee ibsee jira.

“Reeffa irratti qorannaa taasiseen qaamni ishee qorree jira, uffanni ishee bishaaniin tortoree jira, afaan ishee keessa biyyee fi cirrachi jira, morma ishii irra gama mirgaatiin xinnoo ol siqee mallattoon hudhamuu irraa mul'ata, qaama saalaa irratti mallattoon dhifamuu fi rigamuu irraa mul'ata, gadaameessa ishii keessatti garuu dhangala'aa sanyii dhiiraa hin argine, duugdaa ishii irratti ammoo mallattooleen rigamuu ni mul'atu” jechuun yaada kenne.

Manni murtii ragaalee dhiyaatan erga qoratee booda Heevan gudeedamtee, hudhamtee ajjeefamuu ragaalee dhiyaatan irraa mirkaneessuu ibsuun, yeroo sanitti himatamaan alatti namni dhiiraa biroo mooraa san keessa akka hin jirre, balballi mooraa bifa duraan hin beekkamneen keessaan cufamuu fi mooraan dallaa qabaachuun isaa namni biroo alaa seenee yakkicha raawwate jechuu akka hin dandeenye, daa'imni yeroo kuftee obboleetiin haadha ishee iyyitutti cal jedhee mana keessa taa'uun isaa, haati daa'imaa daa'imni ishee maal akka taate yeroo gaafattu deebisuu diduun hollachuu isaa, kopheen Heevan tan luka takkaa mana isaa keessatti argamuun, qorannaan reeffa daa'imaa irratti raawwatame gudeedamuu fi hudhamtee ajjeefamuu mul'isuu isaa hordofee, Heevan yeroo gudeedamtu humna fayyadamuu himatamaa dandamachuu dadhabdee lubbuun darbuu ishee mirkaneessee jira.

Himata irratti dhiyaate seera yakka 620 muraa 3 yakkamaa taasise jira.

Haaluma kanaan manni murtii daa'ima ganna 7 kan dhiibbaa kamuu dandamachuu hin dandeenye irratti yakka gudeeddii fi ajjeechaa raawwatte jechuun himatamaa Geetinnat Bahaahi hidhaa cimaa waggaa 25tiin adabee jira.

Haa ta'u malee maatiin fi ummanni biyyatti murtiin kun yakka raawwatame hin madaaluu jechuun murtiin madalawaa fi barsiisaan akka irratti fudhatamuuf dhiibbaa taasisaa jira.

Namoonni baay'een yakkii raawwatamee fi murteen kenname wal hin madaalu jechuun komii isaanii ibsaa jiru.

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Naf hin gale dhugaa hamaa hin agaree

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

🌿🌴መርጌታ የባህል ህክምና ፈውስ እና ጥበብ ይ በውጭ ሀገር ለሚኖሩም መምጣት ሳያስፈልግ ባሉበት እንሰራለን   0906569315
የምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎቶች ከዚህ በታች ተዘርዝረዋል
1🌿🌴 ለመፍትሄ ሀብት
2🌿🌴 ለህማም
3🌿🌴 ለመስተፋቅር
4🌿🌴 ቡዳ ለበላው
5🌿🌴 ለገበያ
6🌿🌴 የዛር ውላጅ ለተዋረሰው
7🌿🌴 ነገረ ሚስጥራት(ሚስጥር የሚነግር)
8🌿🌴 ነገረ ራዕይ(ራዕይ የሚያሳይ)
9🌿🌴 ለዓቃቤ ርዕስ
10🌿🌴 ለመክስት
11🌿🌴 ለቀለም(ለትምህርት)
12🌿🌴 ሰላቢ የማያስጠጋ
13🌿🌴 ለመፍትሔ ስራይ
14🌿🌴 ጋኔን ለያዘው ሰው
15🌿🌴 ለሁሉ ሠናይ
16🌿🌴 ለቁራኛ
17🌿🌴 ለአምፅኦ ብእሲት(ፍቅረኛ ላጣ ወይም ላጣች የሚሰራ)
18🌿🌴 ለመድፍነ ፀር
19🌿🌴 ሌባ የማያስነካ
20🌿🌴 ለበረከት
21🌿🌴 ለከብት መስተሐድር(ከብት እንደረይጠፋ)
22🌿🌴 አፍዝዝ አደንግዝ
23🌿🌴 ለጠላት (ጠላት እንዳይጎዳ የሚያደርግ)
24🌿🌴 ለግርማ ሞገስ
25🌿🌴 መርበቡተ ሰለሞን
26🌿🌴 ለዓይነ ጥላ
27🌿🌴 ምስሐበ ንዋይ ወምስሐበ ሰብእ
28🌿🌴 ለሁሉ መስተፋቅር
29🌿🌴 ጸሎተ ዕለታት
30🌿🌴 ለታሰረ ሰው እነዲፈታ የሚያደርግ
31🌿🌴 ለእጅ ስራ (እንዲቀናህ)
32🌿🌴 ለትዳር የሚሆን የኮከብ ቆጠራ
33🌿🌴 ለድምፅ
34🌿🌴 ለብልት
35🌿🌴 በውጭ ሀገር ለሚኖሩ ሰወች ደግሞ ከምንሰራቸው ስራዎች በጥቂቱ

                         ከሀገር ውጪ ለሚኖሩ

1🌿🌴የመኖሪያ ፍቃድ ላላገኙ ሙሉ ስማቸውን ብቻ በመላክ በምንሰራው ስራ በጥቂት ቀናት መፍትሄ እንሰጣለን ለዚህም ብዙ ምቅክሮች አሉ
2.🌿🌴 ከሀገር ውጪ ሆነ በሀገር ውስጥ የስራ እድል ላጡ
3.🌿🌴 ንግድ ጀምረው[ሱቅ ከፍተው] አልሳካ ላላቸው
4.🌿🌴 ገንዘብ ለሚያባክኑ ገንዘብ አልበረክት ላላቸው
5.🌿🌴 ሰውፊት መቆም መናገር ለሚፈሩ በጥቂት ጊዜ ውስጥ በምንሰራው ሰራ ደፋርና በራስ የመተማመን ችሎታ እንዲኖሮት እናደርጋለን
6.🌿🌴 ለሀብት ለገንዘብ ለንብረት ሚሆንም አለን
7.🌿🌴 ለስንፈተ ወሲብ መፍትሄ  የረጅም አመት ልምድ አለን ለውጪ ሀገር ለሚኖሩትም እየሰራን ነው
8.🌿🌴 ፍቅረኛ አልያዝ ላላቸውም አለን
9.🌿🌴 ትምህርት አልገባ ላለው ቶሎ የመርሳት ችግር ላለበት በሚደገም እና በሚነበብ ፅሁፍ ብቻ እጅግ በጣም ልዩ የሆነ ስራ እንሰራለን
10.🌿🌴 መስተፋቅርም አለን ፣የህዝብ መስተፋቅር
11.🌿🌴 ከሀገር መውጣት እየፈለጉ ላልተሳካላቸውም ወደኛ ቢመጡ እንሰራሎታለን
ባጠቃላይ እነዚህ የገለፅናቸው ጥቂቶቹ ናቸው እርሶ ምን እንድንሰራሎት ይፈልጋሉ ?በውስጥ መስመር ያማክሩን ። ከሀገር ውጪ ላላችውም መፍትሄ በልዩ ሁኔታ አለን ብቻ ይምጡ ያማክሩን ያስተውሉ እኛ ምንሰራው በጥንታዊው ከአባቶቻችን በተማርነው ጥበብ ብራናውን አንብበን እፅዋትን ቀጥፈን አዘጋጅተን ነውና ሀገራችን ካሏት ጥበብ ጥቂቱ ነው እንኳን ለነዚህ እና አባቶቻችን በደመና ይሄዱ አልነበር እፀመሰውር ሰርተው እራሳቸውን ይደብቁ አልነበር ይሄ ጥበብ ንቀን ፈረንጅ አምላኪ ሆነን ነው እንጂ ጥበቡ አሁንም አለ ይምጡ ያማክሩን ።
ለምንኛውም ጥያቄ እንዲሁም ለመነጋገር  በስልክ ቁጥራችን
#0906569315
09 06 56 93 15 መደወል ይችላሉ።

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

🔊🔊🔊 ለቴሌግራም ቻናል ባለቤቶች ብቻ የተለያየ የsubscribe ብዛት ላላቸው ቻናሎች wave አምጥተናል። በውስጥ መስመር አናግሩን። ቻናላችሁን በአጭር ጊዜ አሳድጉ።

Above 10,000 subscribe
Above 5,000 subscribe
Above 1,000 subscribe
Above 500 subscribe

ከላይ ባሉት ልክ subscribe ብዛት ያላችሁ ኑፍጠኑ 100 channel ከሞላ አናስገባም ሳይሞላ ፍጠኑ። 💃💃💃 inbox me

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

I recently discovered the well-known trader Mr. Hayes, who provides insider tips and expert advice. After following his recommendations for a month, I grew my funds from 0.13 btc to 2.7 btc. I recommend you join his Telegram group by searching for the word "BionKing". This will help you avoid losses and trade with greater success. Trusting a trading legend is a path to guaranteed success.

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Koottaa! Jireenya keessan jijjiiraa!
   📞 0906229078
ODUU GAMMACHIISAA QABANNEE DHUFNEERRA!
MISEENSA KEENYA YOO TAATAAN!
6⃣BARATTOOTAAF CARRAA SCHOLARSHIP BIYYOOTA 6
6⃣VISA HOJII KAN BIYYOOTA 6
6⃣VISA JIREENYAA BIYYOOTA 6
6⃣JI'A 6 BOODA KENNAA KONKOLAATAA
6⃣PASSPORTS SINIIF ERGAMA
6⃣KENNAA QUBEELAA MAGIC RING
6⃣YEROO MISEENSA TAATAAN ACCOUNT KEESSAN IRRA QARSHII 500,000
Maarree! Oddeeffannoo Gahaa Argachuuf Lakkoofsa Armaan Gadii irraatti sa'aatii 24 nuuf bilbilaa!
🅱️📞📞0906229078 Bilbila
🅱️ 📞📞0906229078 Call!✡️

️Gara Miseensumaati dhuufuuf Kanneen Armaan Gadii Ergachuun Dirqama!

1.Maqaa guutuu hanga akaakayyuutti
2. Photo gabaabaa lama
3.Waraqaa eenyummaa ykn Digital ID
4.Maqaa haadhaa
5.Bakka jireenyaa
6.Gahee hojii
7.Bara dhalootaa
8.Umurii
9.Account. dhuunfaatti Qabdan.
10.Sadarkaa Barnoota.
11.Kaffaltii Galmeef oolu
Karaa 👉TELEGRAM ERGUUF 
  Lakkoofsa  kana irratti bilbilaa!  📞0906229078 bilbilaa!

Kaffaltii Galmee Sadarka Sadii jiru Keessa Filatanii Galama'uu dandeessu!
➽➽ qarshii 6666=qarshii 1,000,000 siniif gala
➽➽ qarshii 3666= qarshii 700,000
➽➽ qarshii 1666= qarshii 500,000

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/natural_exam_answer@grade12entrance2014

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Birin nama bitu syaqaxamale

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓

Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑

Go Click the Heart 😱😱👆🏼


Waver @FastVipProm

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Ammuma baruu yoo barbaadde
Seeni kaneen
Armaan gadii
👇👇👇👇👇👇👇

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Namni dafee deebise badhaasa qaba😱😱
Ariifadhaa deebisaa badhaafamaa⏱️⏱️

10+10×10÷10-10=❓




Waver👉 @huzmeh

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/Geography_Exam_Answer@UnsupportedUser64Bot

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

@JonasMoore123

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

#Jaalala_Maseene

Seenaa dhugaa irratti kan hundaa'e
Qopheessaan @Sool_dave
             
~~~~
#Kutaa_4ffaa
~~~~

Deebi'iin ishee garuu akkuma an hawwe naaf ta'e "hin qabu" naan jette.. anis akkan ishee jaaladhe battaluma sanan itti hime isheenis "akkamitti na jaallatte?" Jaalalli halaalaa nu miidhuu danda'a" jettee xiqqo akka diduu eega taatee booda "tole'' naan jette. Anis hedduun gammade hawwiin koos naaf milkaa'ee
Egaa guuyyaa gaaf sanaa kaasnee jaalala haalaalaa waliiin dhamdhamuutti kaane. An silaa kana dura bayy'ee 'sirezi' waanan tureef jaaladhees ta'e jaalatamee hin beeku jaalalli naaf haaraa ture. yeroo sanatti 'Namni wal jaalate tasa wal dhabuu danda'a' kan jedhus keessa kiyya hin dhufne akkasuma jaalalli sobaa akka jirus waantan beeku hin qabu. onnee koo guutuun kenneef isa dhugaan jaaladheen isheenis dhugaan akka na jaalattu natti himte. haaluma kanaan ji'a sadii guutuu telegram dhan akkasuma bilbilaan has'aa turre, hanga kana suuraa irraan kan hafe karaan nuti ittiin wal beeknu hin jiru. turtii booda garuu fedhiin qaamaan wal arguu nu keessatti uumame. anis osuman sodaadhuu qaaman ishee arguu akkan barbaadu itti hime isheenillee yaada akkasii akka qabdu natti himte.
Egaa guyyaa itti wal arginu beellamanne. bakki beellama keenyaa ykn itti wal arginu Magaalaa Amboo ture. akkuma beellamanne guyyaan beellama keenyas ga'e. yeroo jalqabaaf magaalaa Amboootti qaamaan wal agarre. Jaalalli anaaf haaraa waan tureef hedduun sodaadhen yeroo murtaa'eef arrabni kiyya ni hidhamee itti dubbachuu hin dandeenye ture. garuu turtii booda xiqqo walitti dubbanne laaqanas waliin nyaannee magaalaa amboo keessa asiifi achi walin deemuu eegalle. wow guyyaan sun anaaf guyyaa addaa ture jireenya koo keessatti waanan argee hin beeknen arge. Edaa jaalalli hanga kana gammachuu namaaf keennaa? Guyyaa sana waanan lammaffa dhaladhe natti fakkaate.
Osuma waliin oliif gad deemnee magaalaa Amboo daawwannuu aduun gara lixaatti naannofte osoo nuti hin fedhiin dirqamni mana mana keenyatti nu deebisuuf jetti. silaa hin ta'uuf malee osoo akka fedha keenya waluman osoo magaalaa Ambo bullee nutti tola ture garuu isheenis maatii waan qabduuf maatin itti dheekaamu kanaafu galuu waan qabduuf konkolaataa gara finfinnee deemu keessa seensisee nagaa itti dhaammadhee Adda ishe dhungadhee biraa deebi'e garuu kan ishee biraa deebi'e qaama kooti malee yaadnif onneen koo ishee biratti hafan.
anis konkolaataa gara magaalaa Geedoo deemu qabadhee gara mana kootti qajeele.
Akkanaan guyaa bareeda dabarsinee gara mana mana keenyaatti deebine.
Jaalalli keenya kan duraa caalaa ho'aa adeeme wal malee jiraachuu akka hin dandeenye walitti himne, Akka wal hin daganes waadaa waliif galle.
Eega yeroo jalqabaa wal agaree boda ammas ji'a lamaaf qaamaan osoo wal hin argiin bilbilumaan waliin taphachaa turre.
Jaalalli keenyas guyyaati guyyatti dabalaatuma deeme.....
..... itti fufa


Share godhii hiriyyoota kee channel kanatti affeeri
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Kutaa itti aanu nu gadhiisaa maaloo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Heevan irratti maaltu raawwatame? Manni murtii maal jedhe? Ragoonni hoo maal jedhu? Gudeeddii Heevan irratti raawwatame fi murteen kenname wa madaalaa? kutaalee hawaasaa maal jedhu?

Ajjeechaan Sukaneessaan daa'ima ganna 7 Heevan irratti raawwatame fi murteen mana murtiitiin kenname wal hin simuu jedhame.

Haqni daa'ima tanaa eeggamuu fi qaamoleen yakka walfakkaataa raawwatan akka barataniif murteen barsiisaa fi mirgAjdaa'immani kabachiisuu fudhatamuu qaba jechuun qaamoleen hawaasaa gaafataa jiru.

Ajjeechaan suukaneessaan daa'ima ganna 7 irratti raawwatame kana hordofee murtee manni murtii kennee quubsaa miti jechuun fayyadamtoonni miidiyaa hawaasaas ibsaa jiru.

Adoolessa 25 bara 2015 ganama saa'atii 3ttii magaalaa Bahaardaar ganda 14 tti namni maqaan isaa Geetinnat Bahaahi jedhamu daa'ima ganna 7 Heevan Awwatiin jedhamtu gudeeduun ajjeessuu ragaan qorannaa poolisii ni mul'isa.

Haati Heevan himatamaa Geetinnat Bahaahi jedhamu irraa mana kireeffachuun waggoota 2f bira jiraataa kan turte yoo ta'u, namni mana isheen irraa kireeffatte kun daa'ima ishee ganna 7 gudeeduun hudhee jalaa ajjeesse.

Mannii murtii olaanaa Naannoo Amaaraa Magaalaa Bahaardaarii fi naannoo ishee Goojjam Lixaatti Abbaan Alangaa Fulbaana 19 bara 2016 ALItti daa'ima ganna 7 Heevan Awwatiin dirqisiisee gudeeduu fi yakka kana dhoksuuf hudhee ajjeessuu himata jedhuun nama Geetinnat Bahaahi irratti himata lama bane.

Himanni jalqabaa dirqisiisee gudeeduu kan ilaallatu yoo ta'u, seera yakkaa 620 muraa 3 darbuun dubartii takka dirqisiisee gudeeduun miidhama qaamaa ykn xiinsammuu cimaa akkasumas du'a kan hordofsiise yoo ta'e adabbiin isaa hidhaa umrii guutuu ta'uu akka danda'u kan ibsu jalatti dhiyaate.

2ffaan ammoo yakka dirqisiisanii gudeeduu dhoksuuf seera yakkaa 539 muraa 1 darbuun himatamaan daa'ima Heevaniin erga dirqiin gudeedee booda yakki akka itti hin beekkamneef hudhee ajjeessuu fi tarkaanfilee biroo irratti fudhachuu jedhuun himanni ajjeechaa irratti banamee jira.

Himanni kun hidhaa umrii guutuu ykn ajjeechaan kan nama adabsiisuudha. Haa ta'u malee Manni murtichaa himata bakka lamatti dhiyaate walfakkaataadha jechuun himata ilaalee jira.

Akkuma adeemsa seeratti himatamaaf yakki inni raawwate bifa barreefamaatiin dhiyaate akka dubbisu erga taasifamee booda jecha kan kenne yoo ta'u, yakkicha hin raawwanne jechuun waakkatee jira.

Himatamaan yakkicha hin raawwanne jedhee waakkatus ragoonni fi sadanaaleen yakkicha raawwachuu isaa mul'isan waan jiraniif mana murtiitti dhiyaatani akka caqafamanii fi ilaalaman taasifame.

Ragaa 1ffaan adaadaa Hevan yoo taatu akkas jechuun ragaa baate.

“Guyyaa san Adooleessa 25 bara 2015 ganama keessaa saa'atii 3tti ana, Heevan fi obboleetiin ishee quxusuun mana keessa turre, himataman bajaajii qaba ture. Bajaajii san waan gurgureef yeroo baay'ee mana oola. Daa'imni himatamaa fi Heevan mooraa keessatti taphataa erga turani booda, daa'imni himatamaa mooraa keessaa baatee gara mana akkoo ishii yoo deemtu Heevan gara manaa deebite, Anaa fi obboleettin Heevan quxusuun nyaataa osoo nyaataa jirru ammas mana fincaani jettee baatee deemte, Manni himatamaa fi keenya mooraa tokko keessa jira, Heevan turraan waamee na jalaa awwaachuu didde, achuma obboleetiin ishee quxusuun gadi baatee fiigaa ol deebi'uun Roozaa Roozaa jettee na waamnaan gadi bahe, yoo gadi bahu mana dhiqannaa fuulduratti kuftee arrabni keessaa bahee arge.

Iyyaa fudhee mooraa keessaa bahuf wayta ta'u balballi mooraa duraan cufamee hin beekne keessaan cufamee jira. Ishii lafa kaayee balbala banee fuudhe mooraan ala bahe, yeroo kana himatamaan televizyinii banuun soofaa irra ciisee jira. Wayta ani iyyu maal taate naan hin jenne, mooraa keessaahis hin baane, namoonni budaadha jedhan, qaamni ishee qabbanaa'ee jira” jechuun gara hospitaalaa Aamiin akka geessan ibsiti.

Borumtummaa Heevan ajjeefamteetti eelee sibilaa bunni irratti akaayamu mana himatamaatii fuudhuuf yoo deemtu Mana himatamaatti kophee Heevan guyyaa ajjeefamte san godhatte tan luka takka balbala manaa jalatti arguu ibsite.

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Jaalala dhugaa itti fufaa malee ?

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

🌿🌴መርጌታ የባህል ህክምና ፈውስ እና ጥበብ ይ በውጭ ሀገር ለሚኖሩም መምጣት ሳያስፈልግ ባሉበት እንሰራለን   0906569315
የምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎቶች ከዚህ በታች ተዘርዝረዋል
1🌿🌴 ለመፍትሄ ሀብት
2🌿🌴 ለህማም
3🌿🌴 ለመስተፋቅር
4🌿🌴 ቡዳ ለበላው
5🌿🌴 ለገበያ
6🌿🌴 የዛር ውላጅ ለተዋረሰው
7🌿🌴 ነገረ ሚስጥራት(ሚስጥር የሚነግር)
8🌿🌴 ነገረ ራዕይ(ራዕይ የሚያሳይ)
9🌿🌴 ለዓቃቤ ርዕስ
10🌿🌴 ለመክስት
11🌿🌴 ለቀለም(ለትምህርት)
12🌿🌴 ሰላቢ የማያስጠጋ
13🌿🌴 ለመፍትሔ ስራይ
14🌿🌴 ጋኔን ለያዘው ሰው
15🌿🌴 ለሁሉ ሠናይ
16🌿🌴 ለቁራኛ
17🌿🌴 ለአምፅኦ ብእሲት(ፍቅረኛ ላጣ ወይም ላጣች የሚሰራ)
18🌿🌴 ለመድፍነ ፀር
19🌿🌴 ሌባ የማያስነካ
20🌿🌴 ለበረከት
21🌿🌴 ለከብት መስተሐድር(ከብት እንደረይጠፋ)
22🌿🌴 አፍዝዝ አደንግዝ
23🌿🌴 ለጠላት (ጠላት እንዳይጎዳ የሚያደርግ)
24🌿🌴 ለግርማ ሞገስ
25🌿🌴 መርበቡተ ሰለሞን
26🌿🌴 ለዓይነ ጥላ
27🌿🌴 ምስሐበ ንዋይ ወምስሐበ ሰብእ
28🌿🌴 ለሁሉ መስተፋቅር
29🌿🌴 ጸሎተ ዕለታት
30🌿🌴 ለታሰረ ሰው እነዲፈታ የሚያደርግ
31🌿🌴 ለእጅ ስራ (እንዲቀናህ)
32🌿🌴 ለትዳር የሚሆን የኮከብ ቆጠራ
33🌿🌴 ለድምፅ
34🌿🌴 ለብልት
35🌿🌴 በውጭ ሀገር ለሚኖሩ ሰወች ደግሞ ከምንሰራቸው ስራዎች በጥቂቱ

                         ከሀገር ውጪ ለሚኖሩ

1🌿🌴የመኖሪያ ፍቃድ ላላገኙ ሙሉ ስማቸውን ብቻ በመላክ በምንሰራው ስራ በጥቂት ቀናት መፍትሄ እንሰጣለን ለዚህም ብዙ ምቅክሮች አሉ
2.🌿🌴 ከሀገር ውጪ ሆነ በሀገር ውስጥ የስራ እድል ላጡ
3.🌿🌴 ንግድ ጀምረው[ሱቅ ከፍተው] አልሳካ ላላቸው
4.🌿🌴 ገንዘብ ለሚያባክኑ ገንዘብ አልበረክት ላላቸው
5.🌿🌴 ሰውፊት መቆም መናገር ለሚፈሩ በጥቂት ጊዜ ውስጥ በምንሰራው ሰራ ደፋርና በራስ የመተማመን ችሎታ እንዲኖሮት እናደርጋለን
6.🌿🌴 ለሀብት ለገንዘብ ለንብረት ሚሆንም አለን
7.🌿🌴 ለስንፈተ ወሲብ መፍትሄ  የረጅም አመት ልምድ አለን ለውጪ ሀገር ለሚኖሩትም እየሰራን ነው
8.🌿🌴 ፍቅረኛ አልያዝ ላላቸውም አለን
9.🌿🌴 ትምህርት አልገባ ላለው ቶሎ የመርሳት ችግር ላለበት በሚደገም እና በሚነበብ ፅሁፍ ብቻ እጅግ በጣም ልዩ የሆነ ስራ እንሰራለን
10.🌿🌴 መስተፋቅርም አለን ፣የህዝብ መስተፋቅር
11.🌿🌴 ከሀገር መውጣት እየፈለጉ ላልተሳካላቸውም ወደኛ ቢመጡ እንሰራሎታለን
ባጠቃላይ እነዚህ የገለፅናቸው ጥቂቶቹ ናቸው እርሶ ምን እንድንሰራሎት ይፈልጋሉ ?በውስጥ መስመር ያማክሩን ። ከሀገር ውጪ ላላችውም መፍትሄ በልዩ ሁኔታ አለን ብቻ ይምጡ ያማክሩን ያስተውሉ እኛ ምንሰራው በጥንታዊው ከአባቶቻችን በተማርነው ጥበብ ብራናውን አንብበን እፅዋትን ቀጥፈን አዘጋጅተን ነውና ሀገራችን ካሏት ጥበብ ጥቂቱ ነው እንኳን ለነዚህ እና አባቶቻችን በደመና ይሄዱ አልነበር እፀመሰውር ሰርተው እራሳቸውን ይደብቁ አልነበር ይሄ ጥበብ ንቀን ፈረንጅ አምላኪ ሆነን ነው እንጂ ጥበቡ አሁንም አለ ይምጡ ያማክሩን ።
ለምንኛውም ጥያቄ እንዲሁም ለመነጋገር  በስልክ ቁጥራችን
#0906569315
09 06 56 93 15 መደወል ይችላሉ።

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Jasba sex ilaala waan bultuuf mirqaante katabuu jirtamo?

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

aboo maaluma tate ni marrate

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

kutaa itti Anu itti fufi kaa

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

📈🛣 👉Fast Lane info👈 🛣 📈📈
👉👉Talk to us for tasks related with Dissertation paper, Manuscript Preparation, project report and so on ~  ( proposal and thesis + power point ) - ( MBA, MA, BA, BSc, MSc)
👉👉 Talk to us for task related with (Journal Article Review, preparation of Business Plan for new projects (Fuel gas station, Hotels, and so on)
👉👉Talk to if u want tasks to be Done by Computer skills such as  drawing, Machine Drawing, C+++, CATTIA, Solid work analysis, Mat Lab
👉👉Talk to us for tasks related with Road design,  building Design, Fuel station Design and so on... ( Auto CAD, Archi CAD, Abaqus, Etabs, SAP, Eagle Point, Revit, MS project, Primavera, Quantity Surveying, civil engineering courses and so on in details)
👉👉Talk to us for task related with Take off sheet,  bill of quantity, Tender works (National and International Tenders)
👉👉Talk to us if u want tasks to be done by Artistic skills such as Design, Research Design reciprocating conveyor, scissor jack, pressure vessel, Air conditioning, Design of concrete mixer, feasibility study, and so on.
👉👉Talk to is if u want tasks to be done by Sales Engineer ( spare parts of different brand, Heavy duty Machines (earth moving machinery), procurements
👉👉Talk to is if u want tasks to be Done by Aviation Training Depot Manager / superintendent / operational manager :  such as daily depot activities, supervising fuelling, stock management, spare part availability, regular tests, safety audits, and employee training to ensure safety and adequate stock availability.
👉👉💼💼 ✒VVIP Demand👇
Talk to us for tasks related 👇
📌Software and App Development
📌Website(Website designing hosting)
📌Network Installation
📌Cctv Installation( Installation and configuration of CCTV, Repair and Configuration of CCTV systems)
📌Hardware and System Maintenance
📌SEO (Attracting more traffic to social media and website, Advertising services and products, web marketing, web analytics, content strategy planning)
📌 Ethiopia ውስጥ ሆነ የሚሰራ Verified PayPal Account የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የ አንድ ዓመት እና ከዛ በላይ ለሆኑ የጥቅል ግብይቶች ( Netflix, Spotify, VPN, ChatGPT, ....)
የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 MasterCard , Visa card Ethiopia ውስጥ የሚሰራ (😎ያለ መታወቂያ እና ያለ passport መክፈት  የሚቻል) የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 Crypto  በተመጣጣኝ ዋጋ የሚሸጥ አለን የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የ Tiktok Coin በተመጣጣኝ ዋጋ የሚሸጥ አለን
የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
📌 የተለያዩ የ Online ክፍያዋችን ማድረግ ለምትፈልጉ
ያናግሩን
📌 የተለያዩ የ Online Course Related to ( 😎 Ethical hacking, Crypto Trading, Photo and Video Editing, እና ሌሎችም ....) የሚፈልግ ካለ ያናግሩን
✌ 👉 INBOX us or 👇 0799397721 💫

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Suuraa koflaa akkasii ni barbaadduu?

Waver:- @abduu_kings

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Itti fuufiika damma kana maaloo

Читать полностью…
Subscribe to a channel