galmeen bilisaa 666 miseensummaa keenya bilisaa fi 500.000. Shororkeessummaan haa kaffalamu Ummanni Itoophiyaa baga gammaddan
😌😌Hojii Raawwachiiftuu Dhimma Seeraa 👉👉📞
09-91-14-26-45 bilbila
🔯 🔱Warra Itoophiyaa jirtan
🔯🔱Warra biyya Sa'udii jirtan +16 364995
😔😔 Warra Ameerikaa jiraniif +1 (567) 251-7154
👉👉👉 Hedduun keessan galmaa'uuf fedhii qabdu Garuu obboloonni keenya tokko tokko qaama sirrii argachuuf rakkachaa fi namoota dhuunfaa sobaa adda addaatiin gowwoomfamanii akka jiran yaadni nuuf dhiyaateera. Kanaaf qaamotni hojii qaanii akkanaa hojjataniifi maqaa keenyatti fayyadamanii maqaa keenya karaa hin malleen xureessuuf yaalan akka jiran hubanneerra. Kanaaf qaamota kana seeratti dhiyeessuuf sochii eegallee jirra. Kanaaf qaamota kana seeratti dhiyeessuuf tumsi keessan nu barbaachisa. Ragaa fi odeeffannoo qabdan nuuf kennuun nu gargaaraa
📞09-91-14-26-45 irratti kan argamu 📞09-91-14-26-45 irratti kan argamu Bilbilaa yaada keessan nuuf qoodaa Galatoomaa. keessattuu
1. Beekamtii kennuu
2. Weellisaa
3. Warra daldala keessa jiraachuu barbaadaniif dursa kenna
እንኳን ደስ አልዎ 666 የኛ አባል በመሆን የ500.000. ሽብር ተከፋይ ይሁኑ ዉድ የኢትዮጲያ ህዝብ እንኳን ደስ አላችሁ
🔯ህጋዊ ጉዳይ አስፈፃሚ
🔯ኢትዮጵያ ላላችሁ 09-91-14-26-45
🔯ሳኡድ ላላችሁ 966167899546
🔯አሜሪካ ላላችሁ +1 (567) 251-7154
👉👉👉ብዙሀኑ ለመመዝገብ ፍላጎት ያላችሁ
ነገር ግን ትክክለኛውን አካል ለማገኘት የተቸገራችሁ እንድሁም በተለያዩ አጭበርባሪ ግለሠቦች የታለላችሁ ወንድሞቻችንና እህቶቻችን እንዳላችሁ ጥቆማወች ደርሰውናል፡፡
ስለሆነም እንደዚህ አይነት አስነዋሪ ስራ የሚሰሩና በስማችን ለመጠቀም የሚሞክሩ ባልተገባ መንገድ ስማችንን ለማጉደፍ የሚንቀሳቀሱ አካላት እንዳሉ ደርሰንበታል፡፡
በመሆኑም እነዚህን አካላት ለህግ ለማቅረብ እንቅስቃሴ ጀምረናል፡፡
ስለዚህ እነዚህን አካላት ለህግ እንድናቀርብ የናንተ ትብብር ያስፈልገናል፡፡
እጃችሁ ላይ ያሉ ማስረጃወችንና መረጃወችን በመስጠት ተባበሩን
📞09-91-14-26-45
📞09-91-14-26-45
ይደውሉ ሀሳብዎን ያካፍሉን እናመሠግናለን፡፡
በተለየ ሁኔታ
1.እውቅና
2.ዘፋኚ
3.በንግድ ላይ ሁናችሁ ንግዳችሁን ለምትፈልጉ ቅድሚያ ይሰጣል
#Jaalala_Maseene
Seenaa dhugaa irratti kan hundaa'e
Qopheessaan @Sool_dave
~~~~
#Kutaa_3ffaa~~~~
Garuu barnoota barachuun waan narra jiruuf garaa jabaadhee fuula koo gara sana naannefadhee gara sana imalee barnoota koo eegale. Jireenya kophummaas dhamdhamuu eegalera dhugaa dubbachuuf jireenyi kophummaa hedduu ulfaata (isa kana namni arge naaf hubata), kan si dhibu dhaladhee umurii koo wagga 16 ttan jireenya kophummaa jiraachuu eegale.
Yeroo sana hiriyyaa ani qabu yoo jiraate mobayilii koo qofa. oolmaa koo irra caalaa Facebook irrattan dabarsa yeroon Facebook ilaalu yeroof kophummaa koo nan dagadha. kan si dhibu garuu an yeroo sana telegram maal akka inni fakkaatuyyuu hin beekun ture facebook koo qofan qaxaqaxa. Guyyaa tokko osoon mana bunaa tokko jala taa'uu mucaan cina koo taa'u tokko 'telegram" osoo inni fayyadamuun arge kun immoo maalidha laata jedheen hedduu dinqisiifadhe Facebook caalaa natti toles. Yeroo dhuma kana maal akka ta'e mucaa kana gaafachuu akkan qabun yaade. Anis suuta jedhee sagalee koo gad buuseen "maal fayyadamaa jirta?" jedheen
Innis Telegram fayyadamaa akka jiruufi telegram mal akka ta'e akkasuma maal akka fayyadu tokkoyyuu osoo hin hanbisiin waa'ee telegram natti hime. anis 'application' telegram akka naaf dabarsun gaafadheen innis tole jedhee naaf dabarse anis battaluma gara mana koo galeen accounti telegrami banadhe, hedduus natti tole. Dhugaa haasa'uuf Yeroon Facebook keessaa ba'ee telegram seenu waanuman baadiyyaa irraa ba'ee magaala seenu natti fakkaata. Egaa haaluma kanaan osoon fayyadamuu namoota hedduu waliin 'online' dhan wal baruu eegale kun immoo caalatti akkan qophummaa koo dagadhu na godhe.
Guyyaa tokko akkuma barame laaqana nyaadhee akkuman ka'een siree koo irra dugdaan ciisee data bilbila kiyyaa banee telegram keessa gulufuun eegale osuman group fi channel garagaraa keessa seenee barrefamoota garagaraa dubbisuu, group tokko keessatti mucaa haalaan bareedu tokkon arge akka tasaa mucaayyoon online irra jirti anis addatti ishee baasee karaa keessa 'hi" jedheen isheenis turtii xiqqo booda "hi" naan jette. Ergan nagaa gaafadheenii booda "wal haa barruka eenyu siin jedhu eessa irrayi?" Jedheeni isheenis "Siifan naan jedhan Finfinnee irraa" naan jette anis dabaree koo of barsiiseen. Dhugaa dubbachuuf, guyyaan ishee waliin wal bare osoon jireenya koo keessa 'select' godhe 'delete' taasisee natti tola.
Guyyaan sun anaaf guyyaa #abaaramaa ture. Garuu yeroo sanaaf guyyaa sana akka guyyaa koo ta'ettan fudhadhe. hedduun guyyaa sanatti gammade
Garuu maal godha... akkan yaade hin taane.
Siifan akkuma kiyya barattuu kutaa 11ffati kan nama dhibu immoo akkuma koo barattuu 'social' ti. akka tasaa eega wal barree booda hedduu waliin haasa'uu eegalle guyyoota dheeraafis waliin haasofne. Akkuma bekamu anis 'single' dha (jaalallee hin qabu💚).
siifan muca mudi bareedaa qabdudha hedduu na tolte', keessi koo hedduu ishee jaallate, koo akka taatuufis nan hawwe; hawwuu irra darbees koo godhachuuf maal gochuu akkan qabu yaaduun eegale.
guyyaa tokko osuma haasofnuu gaaffii tokkon gaafadheen gaaffin koos "jaalallee qabdaa?" kan jedhu ture. Deebi'iin ishee garuu.....
....Itti fufa
✍️ @Sool_dave
Share godhii hiriyyoota kee channel kanatti affeeri
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
Namootni group gurguruu barbaaddan
2021 kan baname tahuu qaba
Member 1 taanaanis rakkoo hin qabu
Inbox na haasofsiisaa
❤️ለ ፍቅረኛዎ i ❤️ u
ለ እሷ🌹
ለ እሱ🌹
Hiriyaa keen sin jaalladha jechuun kenna jaalala kana itti buhuun kenniif❗️❤️
𝙲𝙻𝙸𝙲𝙺 𝙾𝙽
👇
👇
██─▄███▄███▄─██──██
██─█████████─██──██
██──▀█████▀──██──██
██────▀█▀────▀████▀
Waver👇
@FastVipProm
Manchurian Derby 🔥🔥🔥
የዛሬውን ምርጥ ጨዋታ በማስመልከት ምርጥ ቻናል ልጠቁማቹ !
ኢትዮ አርሴ እና ማን ዩናይትድ ፍንስ❤✌️
🔴Oduu gammachiisaa!!!😱😱
Njo'n Beeksisa hojii baase!
Hojii kanaanis namoota kumaatamaan lakkaa'aman qacaruuf fedha qaba❗️
Miindaan ji'aan qarshii 60,000 dha.
Ammuma galmaa'aa👇🏻👇🏻👇🏻
Baqataa irraa gara Olompiyaatti: Imala kaka'umsaa Siifaan Hasan
By Keessa Taphoota Kamisa, 4 July 2024
Sifan Hassan tapha Olompikii Tookiyoo 2020 irratti meetira kuma 10 erga injifattee booda deebii kennite. FAKKEENYA GETTY
Siifaan Hasan, atileet biyya Nezerlaand madda Itoophiyaa qabduu fi fiigicha fageenya dheeraa fi giddu galeessaatiin meedaaliyaa Olompikii kan argatte, dargaggoota har’a dhaabbilee isheen waggoota kurnan oliif akka fiigichaatti guddattetti leenji’aniif madda kaka’umsaa ta’uun itti fufteetti dura.
Seenaan ishee qormaata gufuulee irra aanuu of keessaa qaba. Dargaggeettii baqattuu koolu galtummaa gaafattu taatee magaalaa Eindhoven dhufte. Imala guddaa kana hordofuun, carraaqqii fi naamusni ishee waggoota booda Eindhoven Atletiek irratti akka caaltu, tapha milkaa'aa daandii irratti akka galmeessitu, akkasumas dorgommii meetira 5,000, 10,000 fi 1,500 irratti meedaaliyaa warqee lamaa fi nadhii tokko argachuun Olompikii Tookiyoo irratti injifachuuf ishee gargaareera, akkaataa wal duraa duubaan.
Tarkaanfiin ishee taphoota Paaris irratti dorgomtoota ijoo keessaa tokko ta'uun ishee kaa'eera. Pirezidaantiin garee leenjistoota Eindhoven Atletiek kan ta'an Ad Peeters yeroo hunda dargaggeessi fiigichaa akka tasaa bakka isaaniitti mul'atu kun atileeti dandeettii guddaa qabu akka qabu akka argu dubbata.
Siifan Hassan magaalaa guddoo Itoophiyaa Addis Ababa irraa kibba bahaa magaalaa Adaamaa keessatti dhalate. Yeroo ijoollummaa ishee, umurii ishee waggaa 15tti, sababa ammallee hin beekamneen, carraa haaraa fi fooyya'aa barbaaduuf gara Nezerlaanditti qajeeluuf murteessite.
Yeroo achi geessan wanti jalqaba goote giddugala dargaggoota bulchiinsa magaalaa Zuidlaren, kaaba biyyattii keessatti argamu keessatti bakka jireenyaa argachuu ture. Yeroo kana keessatti guyyaa guyyaan boo'uu malee homaa akka hin hojjenne beektee jirti. "Akka daraaraa ifa aduu hin arganne ture" jechuun himatteetti.
Sifan Hassan Shaampiyoonaa Addunyaa IAAF Doha 2019. GETTY IMAGES
Sifan Hassan Shaampiyoonaa Addunyaa IAAF Doha 2019. GETTY IMAGES
Yeroo booda koorsii narsii fudhachuuf yaaddee magaalaa Eindhoven kan geesse yoo ta'u, lammiilee Itoophiyaa biroo duraanuu miseensa kilabii atileetiksii biyya keessaa ta'anii fi jaalala ispoortii kanaaf ishee kakaasan waliin wal barte.
Ad Peeters Hassan sadarkaa jalqabaa sanatti intala qaanoftuu fi gaaddidduu fiigdota biroo saba walfakkaataa qaban kanneen duraan gaaffii ispoortii kanaa wajjin walmadaalanii hafte ta'uu yaadata. “Hanga ammaatti naamusa barbaachisaa leenji’uuf hin qabdu turte, kunis intala ganna 17 kophaa ishee jirtuu fi egeree ishee baay’ee mirkanaa’aa hin taane ta’uu ishee yoo ilaalle hubatamaadha.”
Kilabichi akka atileetitti teeknika ishee guddisuu fi fiixaan baasuu irratti hojjeteera. Leenjisaan ishee yeroo sanatti fiigduu uumamaa ta'us, qindoomina miilaafi harka ishee irratti hojjechuu akka qabdu hubatti. Deeggarsi kun ispoortii bira darbee kan babal'ate yoo ta'u: "Leenjii keessattis ta'e jireenya dhuunfaa ishee keessatti waan hin taane akka hin hojjenne mirkaneessine. Nageenya ishee eegnee, konkolaataan shaakala akka deemtu fudhannee, dorgommiiwwan irrattis geessine," Peeters yaada kenna.
Deeggarsa kanaan jireenyi Hasan saffisaan fooyya'e. Jalqaba paaspoortii lammii Nezerlaand ta'uu ishee beekamtii kennu argatte, achiis leenjistoonni ishee dandeettii fi dandeettii ishee hubachuun gara wiirtuu leenjii Olompikii elite Papendaalitti ishee erganiiru. Wanti itti aanu beekamaadha: seenaa badhaadhaa meedaaliyaa Shaampiyoonaa Awurooppaa fi Addunyaa adda addaa irratti , milkaa'ina isheen tapha Tookiyoo irratti argatte malees.
Sifan Hassan yeroo ammaa Ameerikaa keessa jiraattus miseensa Eindhoven Atletiek taatee jirti, bakka isheen Paaris 2024f haala olaanaa ta'eef nuffii tokko malee leenjifti
🚁 ሄሊኮፕተሩን ይንኩ እና የት እንደሚሄዱ ይመልከቱ! ወደ ጥሩ ቦታ ይወስደዎታል !!
▬▬.◙.▬▬
▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀███▄▄▄▄◢◤
█▄ █▄ ███▀▀
◙ ◙
"እንግሊዝኛ አክል" ለማየት
እሱን ጠቅ ያድርጉ እና አንድ አስደናቂ ነገር ያያሉ።
♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️
Waver @FastVipProm
If you want to get free usdt check out my bio
Читать полностью…💵ነፃ የካርድ ሽልማት እየሸለምን ነው ‼‼
የሚፈልጉትን መጠን በመንካት ካርዶን ይቀበሉ ‼‼‼‼
💵ነፃ የካርድ ሽልማት እየሸለምን ነው ‼‼
የሚፈልጉትን መጠን በመንካት ካርዶን ይቀበሉ ‼‼‼‼
🌿🌴መርጌታ የባህል ህክምና ፈውስ እና ጥበብ ይ በውጭ ሀገር ለሚኖሩም መምጣት ሳያስፈልግ ባሉበት እንሰራለን 0906569315
የምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎቶች ከዚህ በታች ተዘርዝረዋል
1🌿🌴 ለመፍትሄ ሀብት
2🌿🌴 ለህማም
3🌿🌴 ለመስተፋቅር
4🌿🌴 ቡዳ ለበላው
5🌿🌴 ለገበያ
6🌿🌴 የዛር ውላጅ ለተዋረሰው
7🌿🌴 ነገረ ሚስጥራት(ሚስጥር የሚነግር)
8🌿🌴 ነገረ ራዕይ(ራዕይ የሚያሳይ)
9🌿🌴 ለዓቃቤ ርዕስ
10🌿🌴 ለመክስት
11🌿🌴 ለቀለም(ለትምህርት)
12🌿🌴 ሰላቢ የማያስጠጋ
13🌿🌴 ለመፍትሔ ስራይ
14🌿🌴 ጋኔን ለያዘው ሰው
15🌿🌴 ለሁሉ ሠናይ
16🌿🌴 ለቁራኛ
17🌿🌴 ለአምፅኦ ብእሲት(ፍቅረኛ ላጣ ወይም ላጣች የሚሰራ)
18🌿🌴 ለመድፍነ ፀር
19🌿🌴 ሌባ የማያስነካ
20🌿🌴 ለበረከት
21🌿🌴 ለከብት መስተሐድር(ከብት እንደረይጠፋ)
22🌿🌴 አፍዝዝ አደንግዝ
23🌿🌴 ለጠላት (ጠላት እንዳይጎዳ የሚያደርግ)
24🌿🌴 ለግርማ ሞገስ
25🌿🌴 መርበቡተ ሰለሞን
26🌿🌴 ለዓይነ ጥላ
27🌿🌴 ምስሐበ ንዋይ ወምስሐበ ሰብእ
28🌿🌴 ለሁሉ መስተፋቅር
29🌿🌴 ጸሎተ ዕለታት
30🌿🌴 ለታሰረ ሰው እነዲፈታ የሚያደርግ
31🌿🌴 ለእጅ ስራ (እንዲቀናህ)
32🌿🌴 ለትዳር የሚሆን የኮከብ ቆጠራ
33🌿🌴 ለድምፅ
34🌿🌴 ለብልት
35🌿🌴 በውጭ ሀገር ለሚኖሩ ሰወች ደግሞ ከምንሰራቸው ስራዎች በጥቂቱ
ከሀገር ውጪ ለሚኖሩ
1🌿🌴የመኖሪያ ፍቃድ ላላገኙ ሙሉ ስማቸውን ብቻ በመላክ በምንሰራው ስራ በጥቂት ቀናት መፍትሄ እንሰጣለን ለዚህም ብዙ ምቅክሮች አሉ
2.🌿🌴 ከሀገር ውጪ ሆነ በሀገር ውስጥ የስራ እድል ላጡ
3.🌿🌴 ንግድ ጀምረው[ሱቅ ከፍተው] አልሳካ ላላቸው
4.🌿🌴 ገንዘብ ለሚያባክኑ ገንዘብ አልበረክት ላላቸው
5.🌿🌴 ሰውፊት መቆም መናገር ለሚፈሩ በጥቂት ጊዜ ውስጥ በምንሰራው ሰራ ደፋርና በራስ የመተማመን ችሎታ እንዲኖሮት እናደርጋለን
6.🌿🌴 ለሀብት ለገንዘብ ለንብረት ሚሆንም አለን
7.🌿🌴 ለስንፈተ ወሲብ መፍትሄ የረጅም አመት ልምድ አለን ለውጪ ሀገር ለሚኖሩትም እየሰራን ነው
8.🌿🌴 ፍቅረኛ አልያዝ ላላቸውም አለን
9.🌿🌴 ትምህርት አልገባ ላለው ቶሎ የመርሳት ችግር ላለበት በሚደገም እና በሚነበብ ፅሁፍ ብቻ እጅግ በጣም ልዩ የሆነ ስራ እንሰራለን
10.🌿🌴 መስተፋቅርም አለን ፣የህዝብ መስተፋቅር
11.🌿🌴 ከሀገር መውጣት እየፈለጉ ላልተሳካላቸውም ወደኛ ቢመጡ እንሰራሎታለን
ባጠቃላይ እነዚህ የገለፅናቸው ጥቂቶቹ ናቸው እርሶ ምን እንድንሰራሎት ይፈልጋሉ ?በውስጥ መስመር ያማክሩን ። ከሀገር ውጪ ላላችውም መፍትሄ በልዩ ሁኔታ አለን ብቻ ይምጡ ያማክሩን ያስተውሉ እኛ ምንሰራው በጥንታዊው ከአባቶቻችን በተማርነው ጥበብ ብራናውን አንብበን እፅዋትን ቀጥፈን አዘጋጅተን ነውና ሀገራችን ካሏት ጥበብ ጥቂቱ ነው እንኳን ለነዚህ እና አባቶቻችን በደመና ይሄዱ አልነበር እፀመሰውር ሰርተው እራሳቸውን ይደብቁ አልነበር ይሄ ጥበብ ንቀን ፈረንጅ አምላኪ ሆነን ነው እንጂ ጥበቡ አሁንም አለ ይምጡ ያማክሩን ።
ለምንኛውም ጥያቄ እንዲሁም ለመነጋገር በስልክ ቁጥራችን
#0906569315
09 06 56 93 15 መደወል ይችላሉ።
BAGA NAGAAN GARA DHAABBATA GUDDICHA #LUSIFER #ILLUMINATI #666 DAMEE OROMIYAA DHUFTAN!
📞0906229078
📞 0906229078
📞 0906229078
🔯DHAABBATA GUDDICHAA ADDUNYAA LUSIFER DAMEE OROMIYAA IRRAA! ERGA DOLLARRII $ DABALEE BIFA HAARAAN GALMEE EEGALEERAA!
👌Maarree! Oddeeffannoo Gahaa Argachuuf Lakkoofsa Armaan Gadii irraatti sa'aatii 24 nuuf bilbilaa!
🅱️📞📞0906229078 Bilbila
🅱️ 📞📞0906229078 Call!✡️
ODUU GAMMACHIISAA QABANNEE DHUFNEERRA!
MISEENSA KEENYA YOO TAATAAN!
6⃣BARATTOOTAAF CARRAA SCHOLARSHIP BIYYOOTA 6
6⃣VISA DAAWWANNAA BIYYOOTA 6
6⃣VISA HOJII KAN BIYYOOTA 6
6⃣VISA JIREENYAA BIYYOOTA 6
JI'A SADII GIDDUUTTI SINIIF HOJJENNA!
6⃣JI'A 6 BOODA KENNAA KONKOLAATAA
6⃣PASSPORTS SINIIF ERGAMA
6⃣KENNAA QUBEELAA MAGIC RING
6⃣YEROO MISEENSA TAATAAN ACCOUNT KEESSAN IRRA QARSHII 500,000
6⃣JI'A JI'A QARSHII 30,000 SINIIF KAFFALAMA!
✡️CARRAA KANA OF HIN DABARSIINAA!
KOOTTAA! GARA KEENYA!✡️
️Gara Miseensumaati dhuufuuf Kanneen Armaan Gadii Ergachuun Dirqama!
1.Maqaa guutuu hanga akaakayyuutti
2. Photo gabaabaa lama
3.Waraqaa eenyummaa ykn Digital ID
4.Maqaa haadhaa
5.Bakka jireenyaa
6.Gahee hojii
7.Bara dhalootaa
8.Umurii
9.Account. dhuunfaatti Qabdan.
10.Sadarkaa Barnoota.
11.Kaffaltii Galmeef oolu
Karaa 👉TELEGRAM ERGUUF
Lakkoofsa kana irratti bilbilaa! 📞0906229078 bilbilaa!
Kaffaltii Galmee Sadarka Sadii jiru Keessa Filatanii Galama'uu dandeessu!
➽➽ 6666
➽➽ 3666
➽➽ 1666
🚫Akeekkachiisa Namoonni fedhii hin qabne bilbiluun hin barbaachisuu !!! Qoosaa Garaa Garaaf, Bilbiluun hin barbaachisu Of Eeggannoo Godhaa!❌
/channel/dogshouse_bot/join?startapp=EvzKLi80QJuYjMkWy9IeWw List ta'uuf Guyyaa sadii qofaatu hafee itti fayyadamaa
Читать полностью…💵ነፃ የካርድ ሽልማት እየሸለምን ነው ‼‼
የሚፈልጉትን መጠን በመንካት ካርዶን ይቀበሉ ‼‼‼‼
📣Amanuu dhiisuu dandeessuu garuu akka hin shawwadamne!!!
Plaatfoormiin Orodtjobs namoonni osoo bakki isaan hin daangeesssin bakkuma jiranitti karaa onlinerraan hojiilee fagoo irratti qacaramanii kan itti hojjatan, akkasumas hojjachistoonnis salphumatti ogeessoota barbaadan qacaruu kan itti danda'anidha.
✨Plaatfoormii kanatti hojiileen hundumtuu fageenyumarraan hojjatamu.
✅ Step muraasa isin gaafata.akkasumas afaanota sadii qaba.(ENGLISH, AMHARIC FI AFAN OROMO)kan barbaaddan filachuu dandeessu.
Ammuma itti makamaa👇
#Digital_Age🔥
Hey! Who want a Professional CV like this. We’ll do it for you just in low price! contact us
👉 @Zoeman1
👉 @Zoeman1
Akkam jirtuu?
Namoonni CV Professional akka kanaan akka siniif hojjetamu barbaaddan. Qarshii 200 qofaan siniif hojjenna.
Nu dubbisaa!
@Zoeman1
@Zoeman1
እንደዚህ ያለ ፕሮፌሽናል CV የሚፈልጉ። በዝቅተኛ ዋጋ ብቻ!
@zoeman1
@zoeman1
Qabxiin entrance kutaa 12ffaa ifoomeera ✅
Qabxicha ilaaluu yoo barbaaddan ilaallachuu ni dandeessu
🇪🇹ወጣ ወጣ ወጣ 👏👏👏
🍿#የጠፋ_ጊዜ💥
አዲስ አማርኛ ፊልም ለማግኘት 👇
Add Your Channel @slimshady_Lp
አዲስ የኢትዩጲያ የሆረር ፊልም ወጣ ወጣ ወጣ ይላል ፊልሙን ለማግኘት ቶሎ በሉ
👇👇👇👇👇👇
Add Your Channels @slimshady_lp
#Jaalala_Maseene
Seenaa dhugaa irratti kan hundaa'e
Qopheessaan @Sool_dave
#Kutaa_2ffaa~~~~
An garuu barataa kutaa 10ffa ta'eeyyuu bilbila hin qabu.
'Samoona' tokko bilbila hedduu na hawwisiise, yoon hiriyyoota koo harkaa fuudhe deebisi deebisi nan godhu osoo naaf danda'amee dhowwadhee nati tola ture.
Sadarkaa kanatti bilbila harka kiyya irraa dhabuun koo hedduu na gaddisiise.. akka naaf bitamuufis father kadhachuu akkan qabun murteesse. Guyyaa tokko father'in miila isaa osoo dhiqachuuf jedhuu argeen dafee dhaqeen "ende dad osoo ani Leenci kee jiru gadi jettee ofii keetii miila kee dhiqachuuf moo'' jedheen bishaan harkaa fuudhee miila isaa dhiquufii eegale. Garuu maal jedhee akkan dubbicha eegalu hin beeku na dhiphisaa jira (iinnis akkan waan tokko isa kadhachuuf ka'e narat bare nat fakkaata)
"Dur jecha akkasii sirraa dhaga'ee hin beeku har'a maaltu argame?" Naan jedhe dad eko Aradaadham😉. Anis carraa kanatti fayyadameen bilbilli naf bitamuu akka qabu haala kadhaan osoo hin taane akka akeekachiisattan itti hime (akka waanan kankoo itti kenneeruu😕). innis waanan jedhe hundumma eega dhaga'ee booda gaaffiin isaa jalqabaa "eenyutti bilbiluufi nuti si bira jirra mitii?" kan jedhu ture anis akka nahuu tokko ta'een sagalee lallaafaadhaan "eeyyee.. garuu ijoolleen dareetti qormaata bilbilaan hojjetu an immoo calliseen isaan laala"n jedheen innis "isaaniin ilaaluu dhiistee kankee hin hojjettuuree" naan jedhe anis miila isaa isan dhiqaa jiru dhiiseen ka'ee gara harmeen nyaata bilcheessaa jirtu deeme yeroo kana imimaan koo qabachuun hin dandeenyen ture sababni isaas Fatherin deebi'i an hin eegne naaf deebise.
Harmee bira eegan ga'ee booda akka father'iin 'bilbilli si hin barbaachisu' naan jedhe imimmaan koo maddii koo irra yaasaa isheetti himee. harmeenis ofittii na qabdee dhiisi anuu itti siif hima yoo didemmoo aniyyuu dhoksee siif bita dhoksitee fayyadamta naan jette (wayi haadha Haati bar waan hundadham, Addunyaa kana irraa kan akka harmee kee sitti aanu hin jiru. Umurii dheraa harmee keenyaf🙏).
Egaa maal akka jetteenii Beekuu baadhus Torbee tokko booda bilbilli Inni bakakkaa fakkatu naaf bitame seeran akkan itti fayyadamuf akeekkachiisa cimaa waliin naaf laatame anis tole jedhee fudhadhee barnoota koo itti fufe. Egaa Ergan bilbila bitadhee booda osoo hin jaalatiin mana addunyaa bakka tokkotti qabate jiru keessa anis dhiibbadhee seene (bro bakka biraan deeme miti at yoona waa meeqatti yaaddeetta facebook'in eegale siin jechuudhumaafi)
Facebook ergan eegalee waantota hedduun arge. Muraasni akkuma namatti tolan hedduun immoo nama jibbisiisa. Gariin dugdaan cisee, gariin mataan dhaabatee, gariin immoo fuula dhoksee daallee dhiibee, inni kaan uffata ciree qaama isaa mul'isee; seera uumaa cabsee safuu dagatee, bifa bareeda uumaan isaaf kenne 'kosmotiksiin' dhoksee bareeda Rabbi isa badhaase ofuman of irraa mulqee achirratti dhooba. Addunyaan kun buburree ta'uu ishee anis achirrattan hubadhe.
Egaa guyyoonni haaluma kanan daddarbanii torbeetti jijiiraman; Torbanoonis walitti kurfayani baatii ta'an baatiinis lakka'aman, anis barnoota koo kutaa 10ffas xumure qabxii na ga'us argadhe gara kutaa 11ffatti darbe. egaa akkuman sila sinitti hime ani ilma baadiyyaati nannoo keenya manni barnootaa yeroo sana Hanga kutaa 10ffa qofatti ture. Kanaafuu kutaa 11ffaa barachuuf gara magaalaa Geedoo bakka dhaloota koo irraa gara bahaatti KM 37 fagaattu deemee barnoota koo hordofuun dirqama filannoo hin qabne natti taate.
Egaa anas dabareen na geesse osoo hin jaalatiin maatii koo irraa fagaadhee jiraachuun dirqama nati taate. silaa akka fedhakoof osoon barnootittii dhiisee maatii koo waliim jiraadhee hedduu natti tola ture. Garuu barnoota barachuun waan narra jiruuf garaa jabaadhee fuula koo gara sana naannefadhee gara sana imalee barnoota koo..........
........itti fufa
Share godhii hiriyyoota kee channel kanatti affeeri
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
📣አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ.. ዳይ ወደ ስራ👇
⚜🄰⚜ ⚜🄱⚜ ⚜🄲⚜
⚜🄳⚜ ⚜🄴⚜ ⚜🄵⚜
⚜🄶⚜ ⚜🄷⚜ ⚜🄸⚜
⚜🄹⚜ ⚜🄺⚜ ⚜🄻⚜
⚜🄼⚜ ⚜🄽⚜ ⚜🄾⚜
⚜🄿⚜ ⚜🅀⚜ ⚜🅁⚜
⚜🅂⚜ ⚜🅃⚜ ⚜🅄⚜
⚜🅅⚜ ⚜🅆⚜ ⚜🅇⚜
⚜🅈⚜ ⚜🅉⚜
መልካም ጫወታ
Waver @FastVipProm
🌿🌴መርጌታ የባህል ህክምና ፈውስ እና ጥበብ ይ በውጭ ሀገር ለሚኖሩም መምጣት ሳያስፈልግ ባሉበት እንሰራለን 0906569315
የምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎቶች ከዚህ በታች ተዘርዝረዋል
1🌿🌴 ለመፍትሄ ሀብት
2🌿🌴 ለህማም
3🌿🌴 ለመስተፋቅር
4🌿🌴 ቡዳ ለበላው
5🌿🌴 ለገበያ
6🌿🌴 የዛር ውላጅ ለተዋረሰው
7🌿🌴 ነገረ ሚስጥራት(ሚስጥር የሚነግር)
8🌿🌴 ነገረ ራዕይ(ራዕይ የሚያሳይ)
9🌿🌴 ለዓቃቤ ርዕስ
10🌿🌴 ለመክስት
11🌿🌴 ለቀለም(ለትምህርት)
12🌿🌴 ሰላቢ የማያስጠጋ
13🌿🌴 ለመፍትሔ ስራይ
14🌿🌴 ጋኔን ለያዘው ሰው
15🌿🌴 ለሁሉ ሠናይ
16🌿🌴 ለቁራኛ
17🌿🌴 ለአምፅኦ ብእሲት(ፍቅረኛ ላጣ ወይም ላጣች የሚሰራ)
18🌿🌴 ለመድፍነ ፀር
19🌿🌴 ሌባ የማያስነካ
20🌿🌴 ለበረከት
21🌿🌴 ለከብት መስተሐድር(ከብት እንደረይጠፋ)
22🌿🌴 አፍዝዝ አደንግዝ
23🌿🌴 ለጠላት (ጠላት እንዳይጎዳ የሚያደርግ)
24🌿🌴 ለግርማ ሞገስ
25🌿🌴 መርበቡተ ሰለሞን
26🌿🌴 ለዓይነ ጥላ
27🌿🌴 ምስሐበ ንዋይ ወምስሐበ ሰብእ
28🌿🌴 ለሁሉ መስተፋቅር
29🌿🌴 ጸሎተ ዕለታት
30🌿🌴 ለታሰረ ሰው እነዲፈታ የሚያደርግ
31🌿🌴 ለእጅ ስራ (እንዲቀናህ)
32🌿🌴 ለትዳር የሚሆን የኮከብ ቆጠራ
33🌿🌴 ለድምፅ
34🌿🌴 ለብልት
35🌿🌴 በውጭ ሀገር ለሚኖሩ ሰወች ደግሞ ከምንሰራቸው ስራዎች በጥቂቱ
ከሀገር ውጪ ለሚኖሩ
1🌿🌴የመኖሪያ ፍቃድ ላላገኙ ሙሉ ስማቸውን ብቻ በመላክ በምንሰራው ስራ በጥቂት ቀናት መፍትሄ እንሰጣለን ለዚህም ብዙ ምቅክሮች አሉ
2.🌿🌴 ከሀገር ውጪ ሆነ በሀገር ውስጥ የስራ እድል ላጡ
3.🌿🌴 ንግድ ጀምረው[ሱቅ ከፍተው] አልሳካ ላላቸው
4.🌿🌴 ገንዘብ ለሚያባክኑ ገንዘብ አልበረክት ላላቸው
5.🌿🌴 ሰውፊት መቆም መናገር ለሚፈሩ በጥቂት ጊዜ ውስጥ በምንሰራው ሰራ ደፋርና በራስ የመተማመን ችሎታ እንዲኖሮት እናደርጋለን
6.🌿🌴 ለሀብት ለገንዘብ ለንብረት ሚሆንም አለን
7.🌿🌴 ለስንፈተ ወሲብ መፍትሄ የረጅም አመት ልምድ አለን ለውጪ ሀገር ለሚኖሩትም እየሰራን ነው
8.🌿🌴 ፍቅረኛ አልያዝ ላላቸውም አለን
9.🌿🌴 ትምህርት አልገባ ላለው ቶሎ የመርሳት ችግር ላለበት በሚደገም እና በሚነበብ ፅሁፍ ብቻ እጅግ በጣም ልዩ የሆነ ስራ እንሰራለን
10.🌿🌴 መስተፋቅርም አለን ፣የህዝብ መስተፋቅር
11.🌿🌴 ከሀገር መውጣት እየፈለጉ ላልተሳካላቸውም ወደኛ ቢመጡ እንሰራሎታለን
ባጠቃላይ እነዚህ የገለፅናቸው ጥቂቶቹ ናቸው እርሶ ምን እንድንሰራሎት ይፈልጋሉ ?በውስጥ መስመር ያማክሩን ። ከሀገር ውጪ ላላችውም መፍትሄ በልዩ ሁኔታ አለን ብቻ ይምጡ ያማክሩን ያስተውሉ እኛ ምንሰራው በጥንታዊው ከአባቶቻችን በተማርነው ጥበብ ብራናውን አንብበን እፅዋትን ቀጥፈን አዘጋጅተን ነውና ሀገራችን ካሏት ጥበብ ጥቂቱ ነው እንኳን ለነዚህ እና አባቶቻችን በደመና ይሄዱ አልነበር እፀመሰውር ሰርተው እራሳቸውን ይደብቁ አልነበር ይሄ ጥበብ ንቀን ፈረንጅ አምላኪ ሆነን ነው እንጂ ጥበቡ አሁንም አለ ይምጡ ያማክሩን ።
ለምንኛውም ጥያቄ እንዲሁም ለመነጋገር በስልክ ቁጥራችን
#0906569315
09 06 56 93 15 መደወል ይችላሉ።