Ati yaaltee beektaa ofiif, bu'aas irraa dhabdee dhiiftee
Читать полностью…Maal dhaaban kisaaraa maalii qaba innoo bilisaanidhaa
Читать полностью…Waayee crypto maal beekta ati dhagaa baattee qarshii waraqataa kiisatti baachuu malee
Читать полностью…Haadha manaa tiyya ishiin amma na jala jirti kunoo
Читать полностью…Hundiyyuu galatoomaa, Dtd, naftoli, hundee... ETC.
Читать полностью…❤❤❤🌹🌹🌹 carraa hojii online hojeechu namoota barbaadan hundafi!!
Harkaa fudhee Akkam jirta. Hojii online hojeechu fedhii qabda tanaani lakkoofsa whatsapp kanaani na dubisii+254102745476
ibsa bal'aa argachuuf karaa whatsapp tin na dubisa!!
Beksisaa Hojjecha jira. Atis Bakka jirtuu tessee kara online hojeechu ni danda'ama.
Ma essattin si walala jatteti atimmo na barremo
Читать полностью…FREE TICKET 🎫🎫 ፈላጊዎች አሁኑኑ ተቀላቀሉ ፊሪ ተለቋል ✅ እንዲሁም የተረጋገጠ DRAW ጌሞችን በነፃ ማግኘት የምትፈልጉ ፍጠኑ🤗
ማየት ማመን ነው አንዴ ከገባቹ አቶጡም 🫡
👆👇👇👇
/channel/addlist/kkcrp12JJKk5MzJk
/channel/addlist/kkcrp12JJKk5MzJk
Bu'aan filannoo keessanii kana
1 nama obsa qabu
2 nama jaalallee baay'ee qabu
3 jaalala dhugaa namaaf qabda
4 nama kaayyoo hin qabne
5 hiriyaa keetif amanamaadha
6 fedhiin sitti baay'ata
7 jaalalacaalaa qabeenyaa filatta
8 nama bultiidhaf ta'u
9 hiriyaa tokko qofa qabda
10 kijiba guddatta
Carraa gaarii 😁😁🙏
Maalif waayee ishii qorattaree dhiira taatef durba taatee
Читать полностью…Dhugaa jirtuu walitti himuun gadhumaadhaa DTD® maaloo
Читать полностью…Anaa fi Jireenya
Miixuu miira fagoo
Kan keessa ol maddu
Michuu gaafa rakkoo
Bakka hundaa isan dhabdu
Gaafa tokko achii
Har'ammoo addana
Kaleessa garasii
Borummoo garana
Har'aa ol si fuudhaa
Barruu irratti si baata
Borummmoo gadi baasee
Bineensaaf si laata
Har'a ati goota
Hundatu siin dhaadata
Boru situ albaadhessa
Hunduu sirraa dheessa
Inni har'a si nyaaru
Manakee ol galee
Bor kufee siif ka'a
Waan ta'u wallaalee
Dhaabaaf dhaabbii hin qabu
Jireenyi si'anaa...
Anumatu akkasin se'e
Edaa jireenyumatu akkana
✍ Sol G
Join
Jaalala Dhugaa❤️
Garaagarummaa shamarran durii fi kan ammaa waliin ilaalla😳
⭕ Isheen durii humna ishee humna fardaa dha. Isheen ammaa rifeensa isheetu eegee fardaa dha🙎
⭕ Isheen durii si raffistee mormakee jala galtee rafti. Isheen ammaa si raffistee fb galtee achumaan rafti😌
⭕ Isheen durii teessee callisteema ija abbaa manaashee ilaalti. Isheen ammaa gogdee teessee #ቃና ilaalti🙄
⭕ Isheen durii yoo kabalan hafuura dhokfattee gola seenti. Isheen ammaa yoo kabalan nama dhiitti💃
⭕ Isheen durii ogummaa akkam bareedu qabdi. Isheen ammaa marqaa marquuf qullubbii kukkutti😜
⭕ Isheen durii utuu hojii isa manaaf bakkee hojjettuu lafti dhiha. Isheen ammaa utuu kaaffee irra naannooftuu lafti dhiha😡
⭕ Isheen durii saalfii beekti. Isheen ammaa suuraa#seelfii ka'uu qofa beekti🤳
Walumaa galatti horteen Hewwaan warri durii lafa kana irra waan hin jirreef, nuti horteen Addaam akkatti fuunu dhabnee rakkachaa jirra jedhu qeerroon keenya✍️
Jedhan jedhaniidha garu🥺
Old telegram groups መሸጥ ለምትፈልጉ‼️
( አብዛኛው Old Telegram ግሩፖች እንገዛለን እያሉ የማጭበርበር ስራ እየተሰራ ስለሆነ ተጠንቀቁ )
👉 ለታማኝ ቤተሰቦች @Ethiounads መሸጥ ይችላሉ 👇 ዋጋ ከፍ እያደረጉ ማጭበርበር ተጀምሯል 🙏
Old telegram ግሩፖች ያላችሁ( be 2022 Ena keza betach balew amete mihret create yetederge ) የ Group ሜምበር ብዛት አያስፈልግም የGroup ሜምበር 1 ሰው ቢሆንም በተመጣጣኝ ዋጋ እየገዛን ነው። ግን የተከፈተበት አመተ ምህረቱን ነው የምፈልገው ቢያንስ አንድ አመት የቆየ መሆን አለበት
ቢያንስ አንድ አመት የቆየ እና ትንሽ ሜምበር ያለው ግሩፕ (ከ1 ሜምበር ጀምሮም ይቻላል) ያላችሁ ሰዎች እና መሸጥ የምትፈልጉ በ
👍በተመጣጣኝ ዋጋ እየገዛን እንገኛለን።
🧑💻Yetekefetebet year bekoye kutr birrum bezaw lk ychemral
በዚህ አኳንት ሽጣችሁ @Ethiounads ከተጭበረበሩ ኢትዮ- ዩኒቨርስቲ ሀላፊነት ይወስዳል።
ማንም መሸጥ የሚፈልጉ የዋጋ ዝርዝር 👇
2018 = 400 birr
2019 = 350 birr
2020 = 300 birr
2021 = 250 birr
2022 = 200 birr
🔻 ማሳሰቢያ‼️
⭐️ Owner transfer ለማድረግ two step verification ሊኖረን ይገባል።
⭐️ ክፍያ በየትኛውም መንገድ እንፈጽማለን።
ኖትኮይን🪙 በቅርቡ ሊስት እንደሚደረግ ይጠበቃል ሊስት ሲደረግ ግን የአገልግሎት ክፍያ/Gas Fee 💲መጠየቁ አይቀርም ለዚህም ton💎 ኮይን ያስፈልገናል ይህ ኮይን በቴሌግራም ዋሌት ላይ ባሁኑ ሰአት ከ650 - 700 ብር ድረስ ይሸጣል ነገር ግን ይሄን ኮይን ቀላል ታስኮችን በመስራት ብቻ በነፃ የሚሰጡን ✉️ቦቶች አሉ
✈️ከነዚህ ቦቶች ውስጥ አንዱ ፕሪቶን ድሮፕ የሚባል ቦት አለ ለመጀመር ይሄን ሊንክ በመንካት ማስጀመር
✅✅✅✅✅
here is the link
/channel/preton_drop_bot?start=4fe6777d-274f-429c-8eac-64177c7183ef ➿
➡️በመቀጠል የሚመጣውን ቻናል(https:/./t.me/preton_eng/8)
ጆይን ማድረግ
ከዛም የሚሰጣችሁን ሊንክ ለሌሎች በማጋራት TON ኮይን በቀላሉ ማግኘት ይቻላል 💎💎
🔴ልክ 1 TON እንደደረሳችሁ በቀጥታ ወደ ዋሌታችሁ ማስተላለፍ ትችላላችሁ 🎉
እንጀዚህ አይነት real እና ምርጥ airdrop ለማግኘት የቻናላችን ቤተሰብ ይሁnu.
@onlinebusniessEt 🔼🔼🔼