ijoollee_oromoo | Cryptocurrency

Telegram-канал ijoollee_oromoo - Maatii ORO-CRYPTO

6749

Subscribe to a channel

Maatii ORO-CRYPTO

Nagaan bulaa halkaan gaarii

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Warren telegramin business hojatuu barbadaan linki kana join godhaa

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Fis qr 10k jalqabeen gaafan 3k deeffadhu, system isaani cufatanii 7k fudhatanii badan

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Birri meqa sii nyaataan

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Ammas maqaa jijjiratani dhufaa jiru package bitaa jechaa hin gawwoominaa

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Simp! keessan dubbisi kaa

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Warraa telegramin hatuu baran natti fakkate ani asumattin of argee

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Maatii jaalala dhugaa Kan jedhuu Kan kan cret goodhee enyuu bro

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Hammachuu miti ani ribqadha jedhen hasawan jira

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

hereisthelink

🎉
አልሰማንም እንዳትሉ📣... የ NotCoin ሁለተኛ ፕሮጀክት ነው እየተባለ ነው...🪙🪙

አንድ ላይ ለማግኘት ቡድኔን ተቀላቀሉ +100k🎁 Yescoins እንደ የመጀመሪያ ጊዜ ስጦታ ቴሌግራም ፕሪሚየም ካለዎት +500k Yescoins🎁🎁

/channel/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=xYP6EO_onlinebusniessEt 💲💲🩵🩵🎉🎉

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/entrance@ijoolle_oromoo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/entrance@ijoolle_oromoo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

#HIN_JARJARIN_SUUTAA!
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
Addunyaan ni darba
Keenyasoo Qurxiidhaa
Gara Addunyaa Haaraa
Godaansi Murtiidhaa

Sitti Tolee kolfaan
Gammachuu Labsitus
Daangaa Rabbii Eegdus
Jallinaan Cabsitus

Hangam Tarkaanfattus
Dachii waliin Geessee
Addunyaa Hooggantus
Bakka tokko Teessee

Darbuunkee Darbuudha
Hin qabaatin Shakkii
Darbuunkoo Darbuudha
Ani hinmamu Lakkii

Jaallattus Jibbitus
Jiruun Itti hinfuftuu
Dhufuunshee dirqama
Guyyaan ati Kuftuu

Hangasitti Garuu
Hin jarjarin Suutaa
Osoo jiruu hawwituu
Diriirfattee Duutaa...

#HORAA_BULAA

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Anaa fi Jireenya

Miixuu miira fagoo
Kan keessa ol maddu
Michuu gaafa rakkoo
Bakka hundaa isan dhabdu

Gaafa tokko achii
Har'ammoo addana
Kaleessa garasii
Borummoo garana

Har'aa ol si fuudhaa
Barruu irratti si baata
Borummmoo gadi baasee
Bineensaaf si laata

Har'a ati goota
Hundatu siin dhaadata
Boru situ albaadhessa
Hunduu sirraa dheessa

Inni har'a si nyaaru
Manakee ol galee
Bor kufee siif ka'a
Waan ta'u wallaalee

Dhaabaaf dhaabbii hin qabu
Jireenyi si'anaa...
Anumatu akkasin se'e
Edaa jireenyumatu akkana

✍ Sol G

Join
Jaalala Dhugaa❤️

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

sabaa jaalatamaa nagaa bultani

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Hin sodatani milishaa jechudha chohu ka😁😁😄😄

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Qee'een haatuu ni baada ati faayyaa ta'i bro

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Guys dhaabbata Hamilee Promotion nii beektuu????

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Business jedhanii dhufanii na hataan

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Fis tokko kuma 7000 na nyaate lixe hojiin platform business kun hin naffa'uuuuuu

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Business yaaltee yokan hawwitee wan sitti ulfaatef jecha 666 jechuu miti akana jechuun cubbuudha bro

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Ati immo rakkoo 3 qabda garuu🤦🏾‍♂

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Warri dhiiras business hojechuu danda'uu bro...?

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

Jiradhuu Eebbifamii Eebbigamii

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/entrance@ijoolle_oromoo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/entrance@ijoolle_oromoo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

/entrance@ijoolle_oromoo

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

⚜WAVE TIME ADMIN DON't POST!!

መመዝገብ የምትፈልጉ ማሟላት ያለባቹ መስፈርት .....!

➛| ጥሩ VIEW ሊኖረው ይገባል ቻናሉ

➾ 👆 ይሄንን ያሟላ በ ያናግረኝ

@Mirgowaver

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

ምርጥ የ ኢትዮጵያ free INTERNET Channel new የእውነት ገብታችሁ እዩት  ✨️ethiotelecom ✨️safaricom ይሰራል ⏱                              kun aja'ibadhaa channel free Internet Ethiotelecom fi Safaricom dhaf join 🌐

Читать полностью…

Maatii ORO-CRYPTO

"Gareen kana keessatti baajii 'Chat Magnet' jedhu waanan qabu fakkaata! Yeroon shamarree tokko waliin chat gochuu barbaada jedhu hunda inbox koo sarara jaalalaa baay'ee jaallatamu ta'a. Qormaata kanaaf qophaa'aa jirtuu giiftiiwwan? Yaadadhaa. Jaalala hamaa." dubbiin jajjabina guddaa qaba!"

Читать полностью…
Subscribe to a channel